Browsing Category
Idil Addunyaa
Oomisha midhaan dheedhii Yuukireen Galaana Gurraacharraan gabaa addunyaaf dhiyeessuuf waliigalteen…
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) – Oomisha midhaan dheedhii Yuukireen Galaana Gurraacharraan gabaa Addunyaaf dhiyeessuuf kan dandeessisu waliigalteen mallatteeffameera.
Waliigaltechas…
Turk oomishaalee Yuukreen gabaa addunyaaf dhiyeessuuf Raashiyaa waliin waliigalteerra ga’uu…
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) – Turk karaa Galaanaa Gurraachaa oomishaalee Yuukreen gabaa addunyaaf dhiyeessuuf Raashiyaa waliin waliigalteerra ga’uu beeksiifteerti.…
Joo Baayidan dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa Qolachuuf Doolaara biiliyoona 2.3 ramadan
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa fi balaa Uumamaa qolachuuf kan oolu Doolaara biiliyoona 2.3…
Booris Joonsaniin kan bakka bu’an kaadhimamtooni xumuraa lamaan beekaman
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Booris Joonsaniin bakka bu’uuf filannoo gaggeeffamaa jiruun Rishii Suunaakii fi Liiz Tireesi kaadhimamtoota xumuraa ta’uun dhiyaataniiru.
Filannoo…
Somaaliilaand BBC hojiirraa uggurte
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Somaaliilaand birmadummaa koo dhiibe jechuun BBC hojiirraa uggurruu beeksifte.
BBCn waggoottaan 30’n darbaniif Somaaliilaandi biyya of…
Raashiyaa fi Iraan nageenya naannawichaarratti tumsaan hojjechuuf walii galan
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Iraan Ibraahiim Raayisii Pireezidaantii Raashiyaa Vilaadmiir Putiin waliin Teeraahaanitti mari’ataniiru.
Biyyoonni…
Dooniin waraanaa Ameerikaa nageenya koof yaaddoodha jechuun Chaayinaan akeekkachiiste
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Chaayinaan dooniin waraanaa Ameerikaa naannawaa Taayiwaanitti dhiyootti mul’achuu fi dubbii barbaachaaf tuttuqaa taasifamu ta’uu akeekkachiisa kennuun…
Pirezidaantiin Raashiyaa Viilaadmiir Puutiin Teehiraan galan
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC)- Pirezidaantiin Raashiyaa Viilaadmiir Puutiin dhimma godaantota Sooriyaarratti mari’achuuf Iraan magaalaa Teehiraan galuu gabaafame.
Pirezidaantichi…
Raashiyaan oomisha gaazii olaanaa gara Chaayinaatti ergite
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC) – Raashiyaan sarara dabarsa boba’aa Saayibeeriyaa irraan guyyaatti boba’aa gaazii olaanaa Chaayinaaf dhiyeessuun eerame.
Kubbaaniyyaa Raashiyaa…
Siwiidiinii fi Fiinlaandii NATO’tti yoo makaman Raashiyaa hinyaaddessu-Vilaadmiir Putiin
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC) – Siwiidiinii fi Fiinlaandi Dhaabbata Waadaa Waraanaa Atilaantik Kaabaatti (NATO) yoo makaman Raashiyaa wanti yaaddessuun tokkollee hinjiru jechuun…