Browsing Category
Idil Addunyaa
Miseensonni NATO Yuukreeniif meeshaa farra miisaa’elaa kennuuf waadaa galan
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2015(FBC)- Biyyoonni miseensa NATO Yuukreeniif deeggarsa meeshaa farra miisaa’elaa taasisuuf waadaa galuu gabaafame.
Biyyoonni kunneen deeggarsa farra…
Addunyaarratti biyyoonni 54 yeroo hafuura fudhannaa liqii akka barbaachisuun ibsame
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC) – Sadarkaa idil addunyaatti yoo xiqqate biyyoota guddataa jiran 54 dabalatee biyyoota Afrikaa Gammoojjii Sahaaraa gadii 25 hiyyummaa hammaataa keessa…
NATO’n Raashiyaa waliin waraana keessa seenuu amaneera-Meedveedeev
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Waadaa Waraanaa Atilaantik Kaabaa (NATO) Raashiyaa waliin waaraana keessa seenuu Barreessaan NATO Yoonsii Istoltanbarg kallaatti biraan…
Magaalaa Guddittii Yuukreen Keeyevitti haleellaan Misaa’eelaa raawwachuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 30, 2015 (FBC) – Magaalaa Guddittii Yuukreen Keeyevitti haleellaan Misaa’eelaa raawwachuu aanga’oonni biyyattii ibsan.
Handhuura magaalattiitti Misaa’eelli…
Muummeen Ministeeraa Hangaarii Gamtaan Awurooppaa Raashiyaarra qoqqobbii akka kaasu gaafatan
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015(FBC)- Muummeen Ministeeraa Hangaarii Viiktoor Orbaan Gamtaan Awurooppaa Raashiyaarra qoqqobbii akka kaasu gaafatan.
Qoqqobbichi waraana Raashiyaafi Yuukireen…
Beelaarus haleellaan meeshaa waraanaa niwukilaraa akka yaaddessuun beeksiste
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015 (FBC) – Meeshaan Atoomikaa Ameerikaan Poolaandii qabdu haleellaa niwukilaraaf saaxiluunii akka danda’u Beelaarus ibsite.
Pireezidaantiin biyyattii…
Biyyoonni boba’aa oomishan oomisha boba’aa hir’isuuf waliigalan
Finfinnee, Fulbaana 26, 2015(FBC)- Biyyoonni miseensa biyyoota boba’aa oomishaniifi erganii( OPEC) oomisha boba’aa hir’isuuf waliigaluu gabaafame.
Biyyoonni kunneen oomisha boba’aa…
Kooriyaan Kaabaa Misaa’eloota baalistikii dabalataa furguggiste
Finfinnee, Fulbaana 26, 2015(FBC)- Kooriyaan Kaabaa guyyaa har’aa Misaa’eloota baalistikii fageenya gabaabaa 2 furguggiste.
Biyyattiin misaa’eloota kanneen kan furguggisiiste Ameerikaan…
Bulchiinsoonni Yukreen 4 ifatti Raashiyaatti makaman
Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Viilaadmiir Putiin bulchiinsoonni Yukreen 4 Raashiyaatti makamuuf kan isaan dandeessisu waliigaltee xumuraa mallatteessan.…
Ameerikaatti lakkoofsi namoota “Honboboleettii Iyyaan” jedhamuun lubbuu isaanii dhaban…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) – Ameerikaatti Kibxata darbee eegalee lakkoofsi namoota " Honboboleettii Iyyaan" jedhamuun lubbuu isaanii dhaban 109 qaqqabuu ibsameera.
Namoota lubbuu…