Browsing Category
Idil Addunyaa
Xiyyaarri imaltootaa Somaaliyaa buufata xiyyaaraa Moqaadishootti kufuun gabaafame
Finfinnee, Adoolessa 11, 2014 (FBC) – Imaltoota 30 kan qabatee ture xiyyaarri imaltootaa Somaaliyaa buufata xiyyaaraa Moqaadishootti kufuun gabaafameera.
Aanga'oonni buufata xiyyaarichaa…
Joo Baayidan sodaa Iraan naanniwichatti uumuu dandeessu haala qolachuun danda’amurratti biyyoota…
Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan sodaa fi dhiibbaa Iraan naanniwichatti uumuu dandeessuu haala qolachuun danda’amurratti biyyoota Galoo…
Lammiileen Ameerikaa harki caalu Joo Baayidan 2ffaa Pireezidaantummaaf dorgomuu hin qabu ejjennoo…
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Lammiileen Ameerikaa harki caalu Pireezidaanti Joo Baayidan 2ffaa Pireezidaantummaaf dorgomuu hin qabu ejjennoo jedhu qabaachuu isaanii…
Yuukreen irraa haala itti midhaan nyaataa gabaa addunyaaf dhiyeessuun danda’amurratti waliigalame
Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC)- Aanga’oonni Raashiyaa, Yuukreen,Turkii fi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Yuukreen irraa haala itti midhaan nyaataa gama Galaana Gurraachaan gabaa…
Dooniin Waraanaa Ameerikaa bulchiinsa Chaayinaa cabsee seenuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa dooniin waraanaa Ameerikaa eeyyama Mootummaa Chaayinaan ala, naannawaa Odola Galaanaa Kibba Chaayinaa seenuu waraanni Chaayinaa…
Rashiyaan haleellaa Yuukreeniin irratti raawwatameef Ameerikaa himatte
Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Rashiyaan haleellaa Yuukreeniin irratti raawwatameef Ameerikaa himachuu gabaafame.
Haleellaa Yuukreen guyyaa kaleessaa magaalaa Noovaayaa Kaakhoovikaa…
Eeritiraa fi Somaaliyaan Sanada waliigaltee gama maraa waliif mallatteessan
Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Eeritiraa fi Somaaliyaan dhimmoota diinagdee, hawaasummaa, siyaasaa, dippiloomaasii fi nageenya naannawaarratti walta’iinsaan hojjechuuf sanada…
Biyyoonni miseensa gamtaa Awurooppaa godaantotaan dhuunfatamuu akka danda’an gamtichi akeekkachiise
Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Biyyoonni miseensa gamtaa Awurooppaa godaantotaan dhuunfatamuu akka danda’an Gamtaan Awurrooppaa akeekkachiisuu gabaafame.
Sababa waraana Raashiyaa fi…
Pireezidaanti Putiinii fi Eerdohaan dhimmoota waloo fi haala waqtaawaa Yukreenirratti bilbilaan…
Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiinii fi Gitni isaanii Turkii Reesiip Xaayib Eerdohaan tumsa diinagdee waloo fi haala waqtaawaa…
Ingiliz Fulbaana 5, 2022tti Muummee Ministiraa haaraa ni beeksifti jedhame
Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Ingiliz baatii faranjootaa Fulbaana 5,2022tti Muummee Ministiraa ishee haaraa kan beeksiftu ta’uu gabaafame.
Paartii Konsarvaatiivii biyyattii keessaa…