Browsing Category
Idil Addunyaa
Ameerikaan Taayiwaaniin haleellaa Chaayinaa irraa ni ittisti- Joo Baayidan
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015(FBC)- Chaayinaan Taayiwaan irratti haleellaa kan raawwattu yoo ta’e Ameerikaan Taayiwaanii haleellicharraa kan ittistu ta’uu Pireezidaantiin Ameerikaa Joo…
Keeniyaa bulchiinsa Marsabeetitti hongee hamaan muudachuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC) - Kaaba Keeniyaa bulchiinsa Marsabeetti hongee hamaa muudachuun jiraattoonni beelaaf saaxilamu ibsameera.
Dhaabbanni hongee biyyaleessa to’atu (NDMA)…
Chaayinaan talaallii Covid afaan ykn funyaaniin fudhatamu oomishte
Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC) – Chaayinaan talaallii Covid- 19 afaaniin ykn funyaaniin gara keessatti fudhatamu akka hojiirra oolu gochuun biyya jalqabaa taateerti.
Talaallii kana kan…
Ameerikaan Yuukireeniif misaa’ela kenninaan ofin ittisa jette Raashiyaan
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Ameerikaan Yuukireeniif misaa’ela fageenya dheeraa furguggifamu yoo kennite, filmaata kamiyyuu akka fayyadamtu Raashiyaan akkeekachiifte.
Dubbi Himaan…
Waliigaltee niwukilaaraaf qoqqobbiiwwan ka’uu qabu-Iraan
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Iraan Adurrahmaan Raayis waliigaltee niwukilaaraa irra ga’uuf Ameerikaan qoqqoobbiwwan keesse kaasuu akka qabdu himan.
Pireezidaantiin…
Yaa’iin Ministirootaa Afrikaa 18ffaan gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Yaa’iin Ministirootaa Afrikaa 18ffaan Seeneegaal Daakaaritti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichaan dhimmoota fayyaa, wabii nyaataa, anniisaa, qaala’iinsa gatii…
Ameerikaan gargaarsa waraanaa Doolaara miiliyoona 130 Ijiptiif taasiftu dhorkatte
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC) – Ameerikaan gargaarsa waraanaa Doolaara miiliyoona 130 Ijiptiif kennuuf turte akka hafu murtaa’uu Anga’oonni biyyattii ibsan.
Dhiittaan mirga namoomaa…
Pireezidaanti Vilaadmiir Putiin Antooniyoo Guutareez waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin mari’ataniiru.
Qaamoleen…
Yaa’iin waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 77ffaan eegale
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) –Jijjiirama qabeenya qilleensaa fi kanneen biroorratti kan xiyyeeffate yaa’iin waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 77ffaan Niwuyoorkitti…
Keeniyaan Diimookiraasiin biyyoota biroof fakkeenya ta’uu dandeessi – Wiiliyaam Ruutoo
Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) –Wiiliyaam Samoyii Ruutoon pireezdaantii Keeniyaa 5ffaa ta’uun sirna kakuu seenuu gaggeeffameen har'a muudamaniiru.…