Browsing Category
Idil Addunyaa
Bara kana baay’inni uummata Addunyaa biiliyoona 8 kan galu ta’uu tilmaamame
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Bara kana walakkeessa baatii Sadaasaatti baay’inni uummata Addunyaa biiliyoona 8 kan galu ta’uu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksise.…
Raashiyaan sarara ijoo boba’aa gara Awurooppaatti dhiyeessu dhaabsiste
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Sababa suphaa sarara boba’aa gaazii ijoo Noordi Istriin 1ffaarratti gaggeeffamuun gara Awurooppaatti boba’aan dhiyaatu yeroof dhaabbachuu Raashiyaan…
Afrika Kibbaatti mana bashannanaatti haleellaa raawwatameen yoo xiqqaate namoonni 15 ajjeefaman
Finfinnee, Adoolessa 3, 2014 (FBC) – Afrika Kibbaatti mana bashannanaa tokkotti haleellaa raawwatameen yoo xiqqaate namoonni 15 ajjeefamuun gabaafame.
Haleellichi kaleessa galgala kan…
Ameerikaan ilaalcha waraana Addunyaa 3ffaa keessaa akka baatu Chaayinaan akeekkachiiste
Finfinnee, Adoolessa 3, 2014 (FBC) – Ameerikaan ilaalcha waraana Addunyaa 3ffaa keessaa akka baatu Chaayinaan akeekkachiiste
Ministirri Dhimma Alaa Chaayinaa Waangi Yuu fi Ministirri…
Pirezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammud daawwannaa hojiif Eeritiraa galan
Finfinnee, Adoolessa 2, 2014 (FBC)- Pirezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammud daawwannaa hojiif Eeritiraa galaniiru.
Pirezidaantichi wayita Eeritiraa galan Pirezidaantiin Eeritiraa…
Pirezidaantiin Somaaliyaa Hasan Mohaammud gara Eertiraatti imalan
Finfinnee, Adoolessa 2, 2014 (FBC)- Pirezidaantiin Somaaliyaa Hasan Mohaammud daawwannaa hojiif gara Eertiraatti imalan.
Pirezidaantichi affeerraa Pirezidaantiin Eeritiraa Isaayyaas…
Shiinzoo Abbeen boqotan
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) –Muummeen Ministiraa Duraanii Jaappaan Shiinzoo Abbeen rasaasaan rukkutamanii kan ganama har’aa hospitaala galan boqochuun gabaafame.
Shiinzoo Abbeen,…
Poolisii Joorj Filooyidiin ajjeesetti hidhaan dabalataa waggaa 20 murtaa’e
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Poolisii Joorj Filooyidiin ajjeese Deereek Chooviinitti hidhaan dabalataa waggaa 20 murtaa’uu gabaafam.
Poolisii bulchiinsa Miiniyaa haala…
Walga’iin Ministiroota Dhimma Alaa biyyoota ‘G20 fi Common Wealth’ Indooneezhiyaa fi…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Walga’iin Ministiroota Dhimma Alaa biyyoota Garee 20 fi ‘Common Wealth’ Indooneezhiyaa bulchiinsa Baalii fi Taajaakistaan Madiinaa Duushaanbeetti…
Muummeen Ministiraa duraanii Jaappaan rasaasaan rukutamanii hospitaala galan
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) –Muummeen Ministiraa Duraanii Jaappaan Shinzoo Abbee rasaasaan rukkutamanii hospitaala galan.
Abbeen, Magaalaa Naaraa jedhamtutti duula na filadhaa…