Browsing Category
Idil Addunyaa
Yaa’iin waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 77ffaan eegale
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) –Jijjiirama qabeenya qilleensaa fi kanneen biroorratti kan xiyyeeffate yaa’iin waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 77ffaan Niwuyoorkitti…
Keeniyaan Diimookiraasiin biyyoota biroof fakkeenya ta’uu dandeessi – Wiiliyaam Ruutoo
Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) –Wiiliyaam Samoyii Ruutoon pireezdaantii Keeniyaa 5ffaa ta’uun sirna kakuu seenuu gaggeeffameen har'a muudamaniiru.…
Wiiliyaam Ruutoon Pireezidaantii Keeniyaa ta’uun Kakuu raawwatan
Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Wiiliyaam Ruutoon Pireezidaantii Keeniyaa 5ffaa ta’uun Kakuu raawwataniiru.
Sirna kakuu raawwachuu Pireezidaanticharratti Muummee…
Namoonni miiliyoonni 50 garbummaa ammayyaa jala jiru- DhMG
Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Addunyaarra namoonni miiliyoonni 50 gabrummaa ammayyaa jala jiraachuu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksise.
Waggoottan dhiyoo as baayyinni…
Injifannoo Yuukireen Kaarkoovitti galmeessiste duuba harki Ameerikaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Waraana Raashiyaafi Yuukireeniin walqabatee injifannoo Yuukireen Kaarkoovitti galmeessiste duuba harki Ameerikaafi deeggartoota ishee jiraachuu ibsame.…
Jarman Yuukireeniif meeshaa waraanaa dhiyeessuun sarara diimaa dabarteetti- Raashiyaa
Finfinnee, Fulbaana 2, 2015(FBC)- Jarman Yuukireeniif meeshaa waraanaa garagaraa dhiyeessuun sarara diimaa darbiteetti jette Raashiyaan.
Jarmanitti ambaasaaddarri Raashiyaa Sargeey…
Ameerikaan Yuukireeniifi biyyoota ollaaf deeggarsa meeshaa waraanaa Doolaara biiliyoona 2.2…
Finfinnee, Qaammee 4,2014(FBC)- Ameerikaan Yuukireeniifi biyyoota ollaaf deeggarsa meeshaa waraanaa dabalataa Doolaara biiliyoona 2.2 taasisuuf waadaa galuu gabaafame.
Ministirri…
Mootittiin Ingiliz Eelzaabeet 2ffaan boqotan
Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) –Mootittiin Ingiliz Eelzaabeet 2ffaan umrii waggaa 96ffaa isaanitti addunyaa kanarraa du'aan boqotan.
Mootiittiin Ingiliz Eelzaabeet 2ffaan Waggaa 70'f…
Erga waraana Raashiyaa fi Yuukireenii Putiinii fi Shi Jiinpiingi yeroo jalqabaaf walarguufi
Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmir Puutinii fi Pireezidaantiin Chaayina Shi Jiinpiingii torbee dhufuu Uzbeekistinitti kan gaggeeffamuu yaa’ii Dhabbataa…
Raashiyaan biyyoonni Lixaa kan waadaa seenan “Qoqobbii loojistiksii“ hinkaasne jechuun qeeqxe
Finfinnee, Qaammee 2, 2014 (FBC)- Raashiyaan oomisha miidhaanii fi xaa’oo addunyaaf akka dhiyeessituuf biyyoonni Lixaa waada seenan hinkabajne jedhan Ministirri Dhimma Alaa Raashiyaa Saargee…