Browsing Category
Idil Addunyaa
Raashiyaan gara biyya alaatti oomisha midhaanii ergituuf dambii kaffaltii haaraa baasuu beeksifte
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2014 (FBC) – Raashiyaan gara biyya alaatti oomisha midhaanii ergituuf dambii kaffaltii haaraa baasteetti.
Dambii haaraa Mooskoo…
MM Ingiliz Booriis Joonsan aangoo gadi lakkisuuf murteessan
Finfinnee, Waxabajjii 30,2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa Ingiliz Booriis Joonsan aangoosaanii gadi lakkisuuf murteessuu gabaafame.
Booriis Joonsan aangoosaanii gadi lakkisuuf kan…
Bara kana daandiiwwan qilleensaa Afrikaa sababa qaala’iinsa gatii boba’aan Doolaara biiliyoona 4 ni…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC) – Bara kana daandiiwwan qilleensaa Afrikaa galii argachuu qaban Doolaara biiliyoona 4 sababa qaala’iinsa gatii boba’aan kan dhaban ta’uu Waldaan…
Israa’elii fi Ijipt waaliigaltee gaazii uumamaa Gamtaa Awurooppaaf erguu isaan dandeessisu…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC) – Israa’elii fi Ijipt waaliigaltee gaazii uumamaa Gamtaa Awurooppaaf erguu isaan dandeessisu waliif mallatteessuu ibsame.
Biyyoonni lameen gaazii…
Abdulfattaa Al Buhuraan, miseensota siiviilii Mana maree walabummaa hojiirraa gaggeessan
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC)- Dura Taa’aan Mana Maree Ce’umsaa Walabummaa Sudaan Leetenaal Jeneraal Abdulfattaa Al Buhuraan, miseensota siiviilii Mana maree walabummaa hojiirraa…
Ministiroonni Ingiliz hoggansa Booriis Joonsan mormuun aangoo gadi lakkisan
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC) – Ministirr Ministeera Fayyaa Ingiliz Saajiid Jaaviidii fi Ministirri Ministeera Maallaqaa biyyattii Riishii Suunaak hoggansa Muummee Ministiraa Ingiliz…
Sudaanitti mootummaa ce’umsaa hundeessuuf humna waraanaa marii siyaasaa keessaa kan baasan ta’uu Al…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Sudaanitti mootummaa ce’umsaa hundeessuuf humna waraanaa marii siyaasaa keessaa kan baasan ta’uu hogganaan waraana biyyattii Abdulfattaa Al Burhaan…
Ameerikaa fi Chaayinaan walitti dhufeenya daldalaa fi dhiyeessii tasgabbeessuurratti mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Ameerikaa fi Chaayinaan walitti dhufeenya daldalaa fi haala dhiyeessii tasgabbeessuun danda’amurratti mari’ataniiru.
Ministeerri Maallaqaa Ameerikaa…
MM Abiy Ahimad Pireezidaantii Mana Maree Awurooppaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantii Mana Maree Awurooppaa Chaarlas Miisheelii waliin bilbilaan mari'ataniiru.
Yaa'ii hoggantootaa…
Deenimaarkitti dhukaasa namni dhuunfaa baneen lubbuun namootaa darbe
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Deenimaark magaalaa Kooppenhaagenitti dhukaasa namni dhuunfaa baneen lubbuun namootaa darbuu gabaafame.
Magaalaa Kooppenhaageen Giddugala gabaa…