Browsing Category
Idil Addunyaa
Humni Waraanaa Raashiyaa bulchiinsa Doonibaas guutumaa guutuutti to’ate
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Rippaablika Doonibaas guutumaa guutuutti Humna Waraanaa Raashiyaan to'atamuu ibsameera.
Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa Raashiyaa…
Raashiyaan oomishalee nyaataa fi nyaatan walqabatanii maallaqa isheen gabaa alaaf dhiyeessuu…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Raashiyaan oomisha boba’aatti dabalataan, oomishaalee nyaataa fi nyaataan walqabatanii maallaqa bittaa fi gurgurtaa ishee Ruubiliin gabaa biyya alaaf…
Hiriira mormii Sudaanitti gaggeeffamaa jiruun namoonni 4 ajjeefaman
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Hiriira mormii Sudaanitti adeemsifamaa jiruun hanga ammaatti namoonni 4 ajjeefamuu gabaafameera.
Hiriira mormii magaalaa Omdurmaan keessatti…
NATOn Fiinlaandii fi Siwiidiiniin miseensaa dhaabbatichaa akka ta’aniif murteesse
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – NATOn Fiinlaandii fi Siwiidiiniin miseensaa dhaabbatichaa akka ta’aniif murteessuu gabaafame.
Dhaabbatichi Ispeen magaalaa Maadriiditti yaa’iisaa…
Gamtaan Awurooppaa gaazii Raashiyaarraa argatu bakka buusuuf yoo xiqqaate waggoota sadii barbaachisa…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa gaazii Raashiyaarraa argatu bakka buusuuf yoo xiqqaate waggoota sadii akka barbaachisu Ejensiin Sadarkaa Idil Addunyaa beeksise.…
Qoqqoobbiin biyyoonni garee torbaa Raashiyaarra kaa’an qaala’iinsa gatii Addunyaa hammeesse
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Qoqqoobbiin biyyoonni garee torbaa Raashiyaarra kaa’an qaala’iinsa gatii Addunyaa hammeesse jedhame.
Tibbana biyyoonni garichaa Jarmanitti…
Raashiyaan boba’aa biyyoota miseensa Gamtaa Awurooppaaf ergitu adda kutuu akka dandeessu…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Raashiyaan boba’aa biyyoota miseensa Gamtaa Awurooppaaf ergitu adda kutuu akka dandeessu akeekkachiifteerti.
Liitiwaaniiyaan…
Gaaboonii fi Toogoon garee ‘Common Wealth’ jedhamanitti makamuuf gaaffiin dhiyeessan fudhatama…
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Gaaboonii fi Toogoon Garee ‘Common Wealth’ jedhamanitti makamuuf gaaffiin dhiyeessan Sanbata darbe fudhatama argachuun eerameera.
Miseensota…
Waraanni Raashiyaa Yuukireen irratti haleellaa misaa’elaa gaggeessuun gabaafame
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Har’a ganama Raashiyaan Yuukireen naannawaa Kiyeeviin dabalatee, naannawaa waraanaa birootti haleellaa misaa’elaa gaggeessuun gabaafameera.…
Beelaarus michuu tarsiimoo Raashiyaa murteessituudha -Sergee Shooyiguu
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) – Beelaarus michuu tarsiimoo Raashiyaa murteessituudha jedhan Ministirri Ittisaa Raashiyaa Sergee Shooyiguu.
Beelarusii fi Raashiyaan karoora…