Browsing Category
Idil Addunyaa
Ambaasaaddar Maayik Hamar Gaanfaa Afriikaatti ergamaa addaa ameerikaa ta’uun ramadaman
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC) – Ambaasaaddar Maayik Hamar Gaanfaa Afriikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa ta’uun ramadamaniiru.
Ambaasaaddar Maayik, Gaanfa Afriikaatti Ergamaa Addaa…
Gamtaan Afrikaa fi miseensonni Mana Maree Awurooppaa dhimma Yuukreen irratti mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC)- Gamtaan Afrikaa fi miseensonni Mana Maree Awurooppaa dhimma Yuukreen irratti gama viidiyoo koonfiransiin mari’achuu gabaafame.
Walga’ichaan rakkoo…
Chaayinaa Waraanni ishee naannawaa Taayiwaanitti qophaa’ummaan akka dhaabbatu ajajje
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC) – Chaayinaan Waraanni ishee naannawaa galaanaa fi qilleensaa Taayiwaanitti qophaa’ummaan akka dhaabbatu ajajuun gabaafame.
Waaraanni biyyattii ajaja…
Raashiyaa fi Yuukreen Turkitti akka mari’atan Preezidaantiin Turkii Reesiip Xaayip Eerdohaan…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Preezidaantiin Turkii Reesiip Xaayip Eerdohaan Raashiyaa fi Yuukreen Turki Istaanbuulitti mariisiisuuf qophii ta’uu isaanii ibsan.…
Hooggansi Waraanaa Sudaan labsii yeroo ariifachiisaa labsee ture kaase
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC) – Hogganaan waraanaa Sudaan, Jeneraala Abdul Fattaa Al Buhuraan labsii yeroo ariifachiisaa bara darbe wayita fonqolchi mootummaa Sudaanitti gaggeefamee ture…
Loltoonni Raashiyaa wayita Yukreenitti duula gaggeessaan seeroota namoomaa idil addunyaa jabeessanii…
Loltoonni Raashiyaa wayita Yukreenitti duula gaggeessaan seeroota namoomaa idil addunyaa jabeessanii kabaju - Preezidaanti Putii
Finfinnee, Caamsaa 21, 2014 (FBC) - Loltoonni Raashiyaa…
Waraanni Raashiyaa magaalaa Liimaan guutummaan guutuutti to’achuu gabaafame
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC)- Waraanni Raashiyaa magaalaa kutaa Baha Yuukreen Liimaan jedhamtu guutummaan guutuutti to’achuu Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa biyyattii beeksiseera.…
Raashiyaa kophaatti baasuuf biyyoonni yaalan of dhamaasaa jiru-Putiin
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) - Raashiyaa kophatti baasuuf biyyoonni yaalaa jiran of dhamaasaa jiru jedhan Preezdaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin.
Putiin fooramii…
Chaayinaan qajeelfama misooma biyyaa keessaan giddu seentummaa qaama kamiiyyuu akka hin…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) - Chaayinaan ofiin of bulchuu fi mirgi misoomuu mirgoota namoomaa kan dursan ta’uu hubachiifte.
Preezdaantiin Chaayinaa Zhi Jinping akka himanitti,…
Chaayinaan dippiloomaasii isheen Afrikaa waliin tumsaan hojjechuuf dursa kan laattu ta’uu beeksiste
Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC)- Chaayinaan dippiloomaasii isheen Afrikaa waliin tumsaan hojjechuuf dursa kan laattu ta’uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa biyyattii Waang Yuun ibsan.…