Browsing Category
Idil Addunyaa
Dhibaa’ummaa nama tokkootin Hind namoota kuma 40 tursa addaa galchite
Finfinnee, Bitootessa 19,2012(FBC) –Dhibaa'ummaa nama tokkootin Hind namoota kuma 40 tursa addaa galchite.
Namichi vaayrasii koroonaatin qabame umriin isaa waggaa 70 ta'e lubbuun isaa…
Sa’aatii 12 keessatti dhibeen COVID-19 namoota kuma 33 fi 481 keessatti argame
Finfinnee, Bitootessa 18,2012(FBC) – Guyyaa har’aa sa’aatii 12 keessatti dhibeen COVID-19 namoota kuma 33 fi 481 keessatti argamuu ibsame.
Ganama har’aa addunyaarratti namoonni…
Komishinarri Komiishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakiin iddoo tursiisa addaa galan
Finfinnee, Bitootessa 18,2012(FBC) – Komishinarri Komiishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakiin iddoo tursiisa addaa galan.
Koomishinaricha murtee kana kan fudhatan erga miseensi…
Booriis Joonsan vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Bitootessa 18,2012(FBC) – Muummeen Ministiraa Biriitaaniyaa Booriis Joonsan Vaayrasii koroonaa qabamuu isaanii ibsame.
Muummeen Ministirichaa qorannoo taasisaaniin…
Tatamsa’inni Vaayrasii koroonaa Afrikaatti ariitiin itti fufeera
Finfinnee, Bitootessa 18,2012(FBC) – Tatamsa’inni Vaayrasii koroonaa Afrikaatti ariitiin itti fufeera.
Ardii Afrikaatti namoonni vaayrasii koroonaan qabaman kuma 3 ta’aniiru.…
Vaayrasii koroonaa ittisuuf, adda baasuu fi qorachuurratti xiyyeeffatamuu qaba- Dr Teediroos
Finfinnee, Bitootessa 17,2012(FBC) – Vaayrasii koroonaa ittisuuf sochii namootaa daangesuu qofa osoo hin taane, adda baasuu fi qorachuurratti xiyyeeffatamuu qaba jedhan daayreektarri…
Mootiin Weels Chaarles vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Ilmi mootittii Biriitaaniyaa Mootiin Weels Chaarles qorannoo taasifameen vaayrasii koroonaan qabamuu mirkanaa’e.
Chaarles vaayrasichaan qabamuu…
Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Sudaan boqatan
Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Sudaan boqatan.
Ministirri raayyaa ittisaa Sudaan Leetanaal Jeneraal Jamaal Omaar dhibee onneetin…
Haleellaa raawwatameen loltoonni mootummaa Chaad 92 ajjeefaman
Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Haleellaa hidhattoonni Bokohaaram raawwataniin loltoonni mootummaa chaad 92 ajjeefamuu ibsame.
Haleellaa hidhattoonni kunneen naannoo…
Tatamsa’inni vaayrasii koroonaa ariitiin itti fufeera
Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Tatamsa’inni vaayrasii koroonaa ariitiin itti fufuun sadarkaa hammaatarra ga’eera jedhame.
CNN tamsaasa isaa kallattiin akka gabaaseetti…