Browsing Category
Idil Addunyaa
Briitaaniyaan ifatti Gamtaa Awrooppatiin adda baate
Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) - Briitaaniyaan ifatti Gamtaa Awrooppatiin adda baate.
Adda ba'umsichi lammiilee dhimmicha mormaniin dabaalamuun ifoomera.
…
Awustiraaliyaan balaa ibidda bosonaa guyyaa har’aa mudateef labsii yeroo ariifachiisaa labsite
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Awustiraaliyaan balaa ibidda bosonaa guyyaa har’aa magaalaa Kaanbiiraa fi naannoo ishee mudate ittisuuf labsii yeroo ariifachiisaa labsite.
Haalli…
Daandiin Qilleensaa Keeniyaa yeroodhaf balalii Chaayinaa dhaabe
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) - Daandiin Qilleensaa Keeniyaa yeroodhaf balalii gara Chaayinaatti taasifamuu adda kute .
Daandiin Qilleensaa Keeniyaa sababa weerara vaayrasii…
Preezdaantin Tuuniziyaa karoora nageenya Giddugala Bahaa morman
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) - Preezdaantin Tuuniziyaa Kayis Sayid karoora nageenyaa Giddugala Baha mormaan.
Preezdaantichi karoora nageenya preezdaanti Ameerikaa Doonald Traamp …
Waraanni mootummaa Sooriyaa magaalota murteessoo ta’an deebisee too’ate
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) – Waraanni mootummaa Sooriyaa magaalota murteessoo mormitootan qabamanii turan deebisee too’achuu beeksise.
Akka miidiyaan biyyaalessaa biyyattii…
Traamp karoora nageenya giddugala bahaa ifoomsan
Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp karoora nageenyaa giddugala bahaa ifoomsaniiru.
Traamp karooricha muummee ministiraa Israa’eel Beeniyaamiin…
Chaayinaan talaallii vaayrasi koroonaa ittisu qopheessufi
Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) - Chaayinaan talaallii vaayrasi koroonaa ittisu ariitiin qopheessufi.
Projaktiin talaallii mRNA vaayrasi koronaarratti xiyyeefate ariitiin xumuramuu…
Liibiyaatti walitti bu’iinsa hammaachaa dhufeen baqattoonni rakkoof saaxilaman
Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Liibiyaatti walitti bu’insa hammaachaa dhufeen baqattoonni rakkoo cimaaf saaxilamuun himame.
Falmitoonni mirga namoomaa Liibiyaatti walitti bu’insa…
Traamp dhimma Liibiyaa fi Sooriyaa irratti Erdoohaan waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp gita isaanii preezdaantii Tuurk Rasip Xayib Erdoohaan waliin dhimmoota rakkoo nageenya Liibiyaa fi Sooriyaa…
Preezdaantiin Soomaaliyaa daawwanna hojiif Asmaraa galan
Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Soomaaliyaa Mahaammad Abdulaahii Mahaammad daawwannaa hojiif Asmaraa galaniiru.
Wayita Preezdaantichi Asmaraa ga’anitti Preezdaantiin…