Browsing Category
Idil Addunyaa
Traamp tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf labsii yeroo hatattamaa labsan
Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp tamsa’inaa vaayraasii koroonaa ittisuuf labsii yeroo hatattamaa labsaniiru.
Kanaafis qoqqobbii imalaa…
Sudaan namni tokko vaayrasii koroonaan du’uu beeksifte
Finfinnee, Bitootessa 4, 2012 (FBC) – Sudaan guyyaa kaleessaa namni tokko vaayrasii koroonaan du’uu beeksifteerti.
Namni du’e kun torbee jalqabaa baatii Gurraandhalaa Emmireetota Arabaa…
Loltoonni Ameerikaa haaloo bahuuf hidhattoota Iiraanin deeggaramanirratti haleellaa raawwatan
Finfinnee, Bitootessa 4, 2012 (FBC) - Ameerikaan loltoota Iraanin deeggaramanii fi Iiraaq keessatti argaman irratti haaloo bahuuf haleellaa raawwatte.
Raayyaan Ittisaa Ameerikaa akka…
Saawdiin Awrooppaa dabalatee biyyoota 50 irratti qoqqobbii imalaa keesse
Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) – Saawdii Arabiyaan tamsa’ina vaayrasii koroonaan walqabatee Awrooppaa dabalatee biyyoota 50 irratti qoqqobbii imalaa kaa’uu beeksifte.
Uggurri imalaa…
Traamp balalii Awrooppaarraa gara Ameerikaa taasifamu ittisan
Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp balalii Awrooppaarra gara Ameerikaa taasifamu ittisaniiru.
Sadarkaan tamsa’inni koroonaa vaayrasii irra ga’aa…
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa vaayrasiin koroonaa weerara idila addunyaa ta’uu labse
Finfinnee, Bitootessa 2,2012 (FBC) - Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa vaayrasiin koroonaa weerara idila addunyaa ta’uu labseera.
Dhibeen tokko weerara idil addunyaa kan ta’u yeroo…
Saa’ud Arabiyaa fi Emireetoonni Araba Gamtoomanii deeggarsa diinagdee Sudaaniif laachuuf waadaa…
Finfinnee Bitootessa 2,2012 (FBC) – Saa’ud Arabiyaa fi Emmireetoonni Araba Gamtoomanii deeggarsa diinagdee Sudaaniif laachuuf waadaa galan dhaabuu beeksisan.
Saa’ud Arabiyaa fi…
Afgaanistaan hidhamtoota Taalibaan kuma 1 ol gadhiisufi
Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) - Afgaanistaan hidhamtoota Taalibaan kuma 1 fi 500 gadi dhiisufi.
Preezdaantiin Afgaanistaan Ashiraaf Gaaniin hidhamtoota kanneen hiikuuf sanada…
Chaayinaan vaayrasii koroonaa to’achuu yeroo ifoomsiteetti Ministirri Ministeera Fayyaa Ingiliiz…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) - Chaayinaan vaayrasii koroonaa to’achuu yeroo ifoomsiteetti Ministirri Ministeera Fayyaa Ingiliiz vaayrasichaan qabamuu ibsame.
Ministirri Eegumsa…
Haatii fi daa’imni umrii waggaa 10 gamoon irratti jigee ture sa’aatii 52 booda lubbuun argaman
Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) – Chaayinaatti haatii fi daa’imni umrii waggaa 10 gamoon irratti jige sa’aatii 52 booda lubbuun argamuun ibsame.…