Browsing Category
Idil Addunyaa
Waraanni Sudaanii fi humni tika nageenyaa duraanii walitti bu’an
Finfinnee, Amajjii 6, 2012 (FBC) – Waraanni Sudaanii fi Humni Tika nageenyaa Preezdaantii duraanii biyyattIi Oomaar Haasan Aalbashir walitti bu’uun himame.
Humni tikaa duraanii kunneen…
Dhoo’iinsa voolkaanoo Filippiinsitti mudateen jiraattonni hedduun buqaatiif saaxilaman
Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Dhoo’iinsa voolkaanoo Filippiins dhiyeenya magaalaa Maaniilaatti mudateen jiraattonni hedduun qa’ee fi qabeenya isaanii irraa buqqa’uun ibsame.…
Ergaa xiyyaarrii Yuukreen doggogoraan misaa’eliin rukutamee kufee booda Iiraan namoota hedduu…
Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Ergaa xiyyaarrii Yuukreen doggogoraan misaa'eliin rukutamee kufee booda Iiraan namoota hedduu to’annoo jala oolchuu ishee manni murti biyyitti beeksise.…
Waliigalteen dhukaasa dhaabuu humnoota mormituu Liibiyaa bu’aa malee xumurame
Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) – Raashiyaa Mooskootti kan eegalame waliigalteen dhukaasa dhaabuu humnoota mormituu Liibiyaa xumuramuun dhaga’ame.
Liibiyaatti bekkamtii idila addunyaa…
Aarri balaa Ibidda bosona Awustiraaliyaa irraa ka’u addunyaa uwwisaa jira jedhame
Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Aarri balaa Ibidda bosona Awustiraaliyaa irraa ka’u addunyaa uwwisaa jiraachuu Dhaabbanni Qorannoo Hawaa Ameerikaa beeksise.
Aarri kun hanga Amajjii 8…
Gareen humnoota mormituu Liibiyaa waliigaltee dhukaasa dhaabuu mallatteessuufi
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Gareen humnoota mormituu Liibiyaa Raashiyaa Mooskotti waliigaltee dhukaasa dhaabuu mallatteessuufi.
Waliigalticha dhaabbata mootummoota gamtoomaniin…
Iiraanitti ambaasaaddarri Ingiliiz to’annoo jala oolan
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) – Iiraanitti ambaasaaddarri Ingiliiz to’annoo jala oolfamaniiru.
Iiraanitti hoggantoonni mootummaa xiyyaaraa Yuukreen dhukaasun kuffisuu erga ibsanii…
Iiraan xiyyaara Yuukreen dogoggoraan rukuttee kuffisuushee amante
Finfinnee, Amajjii 2,2012(FBC)- Iiraan xiyyaara Yuukreen dogoggoraan rukuttee kuffisuushee amante.
Teehraan rukuttaan xiyyaarichaa dogoggoraan ta’uu amanteetti.
Naannoon qilleensaa…
Preezdaantiin Soomaaliyaa Mohaammad Abdullaahiin Eertiraa daawwachaa jiru
Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Soomaaliyaa Mohaammad Abdullaahiin Eertiraatti daawwannaa hojii taasisaa jiru.
Preezdaant Mohaammad guyyaa har’aa daawwannaa hojii guyyaa…
Niijaritti haleellaa hidhattoonni qaqqabsiisaniin lubbuun loltoota 25 darbe
Finfinnee, Amaajji 1, 2012 (FBC) - Niijaritti haleellaa hidhattoonni qaqqabsiisaniin lubbuun loltoota 25 darbuun dhaga’ame.
Haleellaa buufata loltootaa daangaa Maaliitti argamu irratti…