Browsing Category
Idil Addunyaa
Tuurk loltootashee gara Liibiyaatti erguu eegalte
Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) – Tuurk loltootashee gara Liibiyaatti erguu eegalte.
Preezdaantiin Tuurk Reeship Taayip Erdoogaan murtee paarlamaan biyyatti dabarseen walqabatee…
Iiraan waliigaltee Misooma Nuuklaarii diiguu ishee beeksifte
Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) Iiraan waliigaltee misooma Nuuklaarii dhaabuu bara Faranjootaa 2015 mallatteessite diiguu ishee beeksiifte.
Ajjeechaa Jeneraal Qaasiim Soleemaanii booda…
Lammileen Iraan kuma 100 ol ta’an reeffa Qaasim Solemaanii simatan
Finfinnee, Muddee 26, 2012 (FBC) - Lammileen Iraan kuma 100 ol ta'an reeffa Qaasim Solemaanii magaalaa biyyattii Ahvaaz simachuun gadda isaanii ibsataa oolan.
Janaraal Qaasim Solemaanii…
Ajjeechaan Jeneraal Qaasiim Suleemaanii waraana dhaabsisuuf malee eegaluufii miti – Donaald…
Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) - Hogganaa humna waraanaa Iiraan Jeneraal Qaasiim Suleemaanii Ameerikaan ajjeesuun ishee waraana dhaabuuf malee eegaluufii miti jedhan preezedaantin…
Hoggantoonni olaanoo Iiraan Ameerikaadhan ajjeefaman
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) –Hoggantoonni olaanoo humna waraanaa fi paarlaamaa Iiraan xiyyaara waraanaa Ameerikaatin ajjeefamuun himame.
Hogganaan humna waraanaa Iiraan…
Balaa Ibiddaa bosona Awustiraaliyaatti mudateen lubbuun namoota 18 darbe
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) - Balaa ibiddaa bosona Awustiraaliyaatti mudateen lakkoofsi namoota du’anii 18 irra yoo ga’u manneen kumni 1 fi 300 barbadaa’uu Muummeen Ministiraa biyyaatti…
Indooneezhiyaatti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 21 darbe
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Indooneezhiyaa magaala Jakaartaatti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 16 darbuu himame.
Rooba cimaa roobeen Jaakartaatti miidhaan namaa fi qabeenya…
Awustiraaliyaatti balaa ibiddaa bosonaa ka’een namoonni 7 du’uun, manneen 200 ol barbadaa’an
Finfinnee, Muddee 22, (FBC) - Awustiraaliyaatti guyyaa kaleessaa balaa ibidda bosonaatin namoonni 7 yoo du’an, manneen jireenyaa 200 ol barbadaa’uun himame.
Poolisoonni biyyattii iddoo…
Kooriyaan Kaabaa sagantaa misooma nuukleeraa adda kutte eegaluufi
Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) – Hogganaan Kooriyaa Kaabaa Kiim Joong Uun sagantaa misooma nuukleeraa adda citee ture bifa haaraan kan itti fufsiisan ta’uu himan.
Kiim Joong yaaliin…
Biyyoonni addunyaa bara haaraa Faranjootaa 2020 simatan
Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) – Biyyoonni addunyaa bara haaraa Faranjootaa 2020 sirnoota garagaraa fi richiitii dhukaasuun simataniiru.
Niiwzlaand, Awustiraaliyaa fi biyyoonni iddoo…