Browsing Category
Idil Addunyaa
Ameerikaan deeggarsa Doolaara biiliyoona 95 Isiraa’eel, Yukreenii fi Taayiwaaniif raggaasifte
Finfinnee, Guraandhala 5, 2016 (FBC) – Seeneetiin Ameerikaa deeggarsa Doolaara biiliyoona 95 Isiraa’eel, Yukreenii fi Taayiwaaniif raggaasise.
Deeggarsichi sagalee deeggarsaa 67 fi…
Nageenyii fi haqa qabeessummaan akka waaru ni hojjenna – Antooniyoo Guutareez
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez bara 2024 keessa dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadanirratti ibsa kennaniiru.…
Pireezidaanti Zalaaniskiin Ajajaa Olaanaa Waraana Yukreen hojiirraa gaggeessan
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Yukreen Vooloodimiir Zalaaniskiin Ajajaa Olaanaa Waraana biyyattii Jeneraal Vaalarii Zaaluuzyiinii hojiirraa gaggeessuu ibsameera.…
Naangooloo Mibumbaan Pireezidaantii Naamiibiyaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Duraanii Naamibiyaa Haagee Giingoob du’aan boqochuu hordofee Pireezidaantii Ittaanaa kan turan Naangooloo Mibumbaa Pireezidaantii biyyattii…
Balaa Ibiddaa Chiilitti mudateen lubbuun namoota Chile 112 darbe
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC) – Balaa Ibiddaa Chiilii bulchiinsa Vaalparaayisootti mudateen lubbuun namoota 112 darbuu ibsame.
Manneen kuma 3 -6 ol ta'an balaa kanaan barbadaa'uu…
Ameerikaa fi Ingiliizii iddoolee Finciltoota Hutii 36 haleeluu ibsame
Finfinnee, Amajjii 26, 2016 (FBC) - Ameerikaa fi Ingiliizii iddoolee ijoo Finciltoota Hutii 36 irratti xiyyeeffachuun haleeluu Waraanni Ajaja Giddu Galeessaa Ameerikaa beeksiise.…
Pireezidaantiin Naamiibiyaa Hagee Geengoob boqotan
Finfinnee, Amajjii 26, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin Naamiibiyaa Hagee Geengoob umrii waggaa 82ffaa isaanitti addunyaa kanarraa du'aan boqotaniiru.
Dhibee Kaansarii isaan mudateen…
Ameerikaan haaloo bahannaaf Iraaq fi Sooriyaatti haleellaa raawwachuun gabaafame
Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)- Ameerikaan ajjeefamuu loltoota ishee haaloo bahuuf Iraaq fi Sooriyaatti bakkootaa 85tti haleellaa raawwachuun gabaafame.
Tarkaanfii haaloo bahannaa…
Gamtaan Awurooppaa Yuukireeniif deeggarsa Doolaara biiliyoona 54 raggaasise
Finfinnee, Amajjii 24, 2016 (FBC)- Gamtaan Awurooppaa Yuukireeniif deeggarsa Doolaara biiliyoona 54 raggaasise.
Deeggarsichas dureewwan biyyoota miseensa gamtichaa 27 sagalee guutuun…
Ameerikaan bara Faranjootaa 2023 keessaa gurgurtaa meeshaalee waraanaa olaanaa raawwachuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Ameerikaan bara Faranjootaa 2023 keessaa gurgurtaa meeshaalee waraanaa olaanaa raawwachuu ibsameera.
Gurgurtaan meeshaalee waraanaa bara 2023 raawwatte…