Browsing Category
Idil Addunyaa
Mahaammad Mokbar Pireezidaantii eeggataa Iraan ta’uun muudaman
Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Hogganaan Afuuraa Iraan Ayaatoolaahii Alii Hamiin, Mohammaad Mokbar eeggataa Pireezidaantii biyyattii taasiisuun muudan.
Mohammaad…
Pireezidaantiin Iraan Ibraahiim Raayis balaa Heliikoptaraa mudateen lubbuun darbuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) –Pireezidaantii Iraan Ibraahiim Raayis fi Ministirri Dhimma Alaa biyyattii Hoseen Amiin Abidoolaahiin balaa Heliikoptaraa mudateen lubbuun darbuu ibsameera.…
Heliikooptarri Pireezidaantii Iraan dabalatee hoggantoota olaanoo biyyattii feetee imalaa turte…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Heliikooptarri Pireezidaantii Iraan Ibraahiim Raayisin dabalatee hoggantoota olaanoo biyyattii feetee imalaa turte Baha Azaarbaajaanitti kuftee caccabuu…
Daldalli Raashiyaa fi Chaayinaa % 90 Maallaqa biyyoota lamaaniin raawwatamuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Daldalli Raashiyaa fi Chaayinaa % 90 Maallaqa biyyoota lamaaniin raawwatamuu Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin ibsan.
Pireezidaanti…
Pireezidaanti Putiin karoora Chaayinaan waldhabdee Raashiyaa fi Yuukreen karaa nagaan furuuf…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin karoora Chaayinaan waldhabdee Raashiyaa fi Yuukreen karaa nagaan furuuf dhiyeessite kan fudhatan…
Ministirri Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkan Yuukreen galan
Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkan daawwannaa tasaa taasiisuuf Yuukreen Kiyeev galaniiru.Antoonii Biliinkan halkan edaa…
Afrikaa Kibbaatti hojjettoonni Jijjiga Gamoo keessa turan guyyaa 5 booda lubbuun argaman
Finfinnee, Caamsaa 5, 2016 (FBC) – Afrikaa Kibbaatti hojjettoonni Jijjiga Gamoo keessa turan guyyaa 5 booda lubbuun argamuu gabaafame.
Afrikaa Kibbaa Magaalaa Joorjitti guyyaa 5…
Indoonezhiyaatti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 41 darbe
Finfinnee, Caamsaa 5, 2016 (FBC) – Indooneezhiyaatti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 41 darbuu Ejensiin Balaa Biyyattii beeksisee.
Biyyattitti Rooba Itti fufiinsaan sa’aatii…
Astiraazeenikaan Talaallii Covid -19 oomishuu dhaabuu beeksiise
Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Talaalliin Covid -19 Astiraazeenikaan fayyaa namaarratti dhiibbaa qaqqabsiisuu hordofee oomishichi Gabaa Addunyaa keessa ba’uu dhaabbatichi beeksiseera.…
Afrikaa Kibbaatti Gamoo Jige keessaa namoonni 11 lubbuun argaman
Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Afrikaa Kibbaatti Gamoo Guddaa Jige keessaa namoonni 11 lubbuun argamuu ibsameera.
Afrikaa Kibbaa magaalaa Joorjitti Gamoo Guddaan Ijaaramaa turu waayita…