Browsing Category
Idil Addunyaa
Warraaksi Maawu Maawu Mootummaa Ingiliiz beenyaa Doolaara Tiriiliyoona 2.2 gaafate
Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC) – Warraaksii Maawu Maawu Keeniyaa miidhaa Mootummaan Ingiliiz waayita bittaa kolonii raawwateef beenyaa Doolaara Tiriiliyoona 2.2 gaafateera.
Fincilli…
Hizboolaan iddoolee waraana Isiraa’eel 9 haleeluu beeksise
Finfinnee, Amajjii 18, 2016 (FBC) – Gareen hidhattootaa Libaanoos Hizboolaan iddoolee waraana Isiraa’eel naannawaa daangaatti argaman 9 haleeluu beeksiseera.
Garichi Misaa’eelootaa fi…
Sosochiin Daldalaa Galaana Diimarratti gaggeeffamu % 42 hir’isuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 17, 2016 (FBC) – Haleellaa Finciltoonni Huutii raawwatan hordofee sosochiin Daldalaa Galaana Diimarratti gaggeeffamu % 42 hir’isuu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii…
Xiyyaarri hidhamtoota waraanaa Yuukireen 65 qabate kufuun gabaafame
Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Xiyyaarri Raashiyaa hidhamtoota waraanaa Yuukireen 65 qabate imalaa ture kufuun gabaafame.
Xiyyaarri qabeenyummaa isaa kan Raashiyaa ta’e kunis…
Kooriyaa Kaabaa Siidaan Mallattoo Abdii Tokkoomaa diiguun dhaga’ame
Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Kooriyaa Kaabaa Kiim Jongi Uun Kooriyaawwan lameen nagaan walitti deebi’uu akka hindandeenye ergaa dubbatanii guyyoota muraasa boodaa…
Ameerikaa fi Ingiliz garee finciltootaa Huutii Yemenirratti halleellaa gaggeessan
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)- Ameerikaa fi Ingiliz quubsuma garee finciltootaa Huutii Yemenirratti halleellaa haaraa qilleensarraan gaggeessuun eerame.
Mankuusaa meeshalee waraanaa…
Raashiyaa fi Kooriyaan Kaabaa hariiroo isaanii cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Raashiyaa fi Kooriyaan Kaabaa dameewwan garaagaraan hariiroo isaanii cimsuuf waliigalaniiru.
Biyyoonni lameen dameewwan daldalaa, saayinsii fi kanneen…
Saboonni Sikooppayi waggoota 80 booda abbummaa quubsuma isaanii argatan
Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)- Ekkuwaadoor keessa kan jiraatan saboonni durii Siikooppayi waggoota 80 booda lafaa quubsumaa isaaniitti akka deebi’an abbummaa lafaa argatan.
Saboonni…
Humni Nagaa Kabachiisaa DhMG Koongoo gadi lakkisee ba’uu eegale
Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)- Rippaabilikiin Diimokiraatawaa Koongoo Humnii Nagaa Kabajachiisaa Dhaabbataa Mootummootaa Gamtoomanii biyyattii gadi lakkisanii ba’uu eegaluu beeksiste.…
Tarkiin quubsuma garee Finciltoota Kurdi (PKK) 29 barbadeessuu beeksiste
Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Tarkiin Oppireeshinii qilleensarraa gaggeessiteen garee Shororkeessaa kan jettuun Garee finciltoota Kurdi (PKK) quubsuma 29 Iraqii fi Sooriyaa keessaa…