Browsing Category
Idil Addunyaa
Finciltoonni Huutii Duula Galaana Diimarratti gaggeessaniin Dooniwwan 129 irratti haleellaa…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Finciltoonni Huutii Yeeman keessa socho’an Baatii Onkololeessaa eegalee duula Galaana Diimarratti gaggeessaniin Dooniwwan 129 irratti…
Teel Aviivitti walitti bu’iinsa Godaantoota Ertiraa gidduutti mudateen lubbuun nama 1 darbe
Finfinnee, Caamsaa 22, 2016 (FBC) – Isiraa’eel Teel Aviivitti walitti bu’iinsa Godaantoota Ertiraa gidduutti mudateen lubbuun nama 1 yoo darbu, hedduurra miidhaan qaamaa qaqqabuu ibsame.…
Haleellaan dooniiwwan daldalaa Galaana Diimaarra socho’anirratti raawwatamu akka dhaabbatu…
Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Haleellaan dooniiwwan daldalaa Galaana Diimaarra socho’anirratti raawwatamu dhaabbachuun naannawichatti nageenyi waaraan akka bu’u Chaayinaan gaafatte.…
Hindii fi Baangilaadiishitti Obombboleessi cimaan mudate lubbuu namoota 9 galaafate
Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) – Hindii fi Baangilaadiishitti Obombboleessi cimaan ‘Reemaal’ jedhamu lubbuu namoota 9 galaafachuu fi namoota miiliyoona 1 ol ta’an buqqisuu ibsameera.…
Kooriyaan Kaabaa jalqaba Baatii Waxabajjii keessa Saatalaayitii Baasaasummaa dabalataa furgugsuuf…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa bara Faranjootaa 2024 jalqaba Baatii Waxabajjii keessa Saatalaayitii Baasaasummaa dabalataa furgugsuuf ta’uu beeksiifte.
Caamsaa 27 –…
Hamaas Teel Aviivitti haleellaa Rokkeetti raawwate
Finfinnee, Caamsaa 18, 2016 (FBC) – Hamaas har'a Giddugaleessa Isiraa'eel Teel Aviivitti haleellaa Rokkeetti raawwachuu beeksise.
Hamaas haleellaa bal'a Giddugaleessa Isiraa'eelitti…
Haansi Filiik Leenjisaa Baarseloonaa ta’uuf waliigale
Finfinnee, Caamsaa 16, 2016 (FBC) – Lammiin Jarman Haansi Filiik Leenjisaa Baarseloonaa ta’uuf sadarkaa afaanitti waliigaluu ibsameera.
Ga’eessi umrii waggaa 59 Haansi…
Sirni awwaalchaa Pireezidaantii duraanii Iraan Ibraahiim Raayisii raawwatame
Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Balaa Heliikooptaraan muudateen kan du'an Sirni awwaalchaa Pireezidaantii duraanii Iraan Ibraahiim Raayisii raawwatameera.
Sirni awwaalchaa Ibiraahim…
Chaayinaan naannawaa Taayiwaanitti Shaakala waraanaa eegalte
Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Chaayinaan naannawaa Taayiwaanitti Shaakala waraana Galaanaa fi Qilleensaa eegaluu beeksifte.
Shaakalli guyyoota lamaaf gaggeeffama jedhamu kun…
Xiyyaara Landanii- Singaapor balali’aa ture raafamni guddaan mudatee lubbuun namaa darbe
Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Balallii Landanii gara Singaapooritti taasifamaa ture raafamni qilleensaa guddaan mudachuun namni 1 yoo du’u, namootni 30 tahan madaa’uu…