Browsing Category
Idil Addunyaa
Ameerikaa fi Ingiliiz naannawaa qabiyyee finciltoota Huutii haleelluun gabaafame
Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)- Ameerikaa fi Ingiliiz naannawaa qabiyyee finciltoota Huutii Yemen haleelluun gabaafame.
Biyyoonni lameen tarkaanfii waloon kan fudhatan finciltoonni…
Raashiyaa fi Iraan maallaqaa ofii isaaniin walitti daldaluufi
Finfinnee, Mudde 30, 2016 (FBC)- Raashiyaa fi Iraan Awurooppaatti gama “Iswiiftiin” daldalaa raawwachaa turan dhiisuun maallaqaa ofii isaaniin walitti daldaluuf murteessuun gabaafame.…
Ajajaan olaanaa waraanaa Hizboollaah haleellaa Israa’eliin ajjeefamuun gabaafame
Finfinnee, Mudde 29, 2016 (FBC)- Ajajaan olaanaa waraanaa Hizboollaah Wiisaam Taawiil haleellaa Israa’eliin ajjeefamuun gabaafame.
Ajaajaan waraanichaa haleellaa xiyyaarra nam-maleessaan…
Balaa Xiyyaaraa Alaaskaa booda biyyoonni hedduun xiyyaarota isaanii hojii dhaabsisaa jiru
Finfinnee, Mudde 29, 2016 (FBC)- Balaa Xiyyaara Alaaskaa mudateen booda sababa nageenyaaf biyyoonni hedduun xiyyaaronni Booyingii akka dhaabbatan taasisaa jiraachuun gabaafame.
Jimaata…
Raashiyaa fi Yuukireen hidhamtoota 200 ol waljijjiiran
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Raashiyaa fi Yuukireen hidhamtootaa 200 ol waljijjiiraniiru.
Biyyoota lameen gidduutti waraanni erga eegalee bara faranjootaa Guraandhala 2022 as…
Balaan ibiddaa Xiyyaara Jaappaan mudatus imaltoonni nagaan ba’an
Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)- Balaa ibiddaa Xiyyaaraa imaltootaa Jaappaan mudateen imaloonni xiyyaarichaa keessaa 379 fi hojjettoonni xiyyaarichaa nagaan ba’uun gabaafame.
Balichi kan…
Uffannaa adda bahiinsaa Meesiin uffatu Lakkoofsa 10 taphataan biraa kan hin uffanne ta’uu…
Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC) – Uffannaa adda bahiinsa taphattootaa Liyooneel Meesiin uffatu Lakkoofsa 10 taphataan biraa kan hin uffanne ta’uu Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Arjentiinaa…
Atileetiin Ugaandaa Keeniyaatti Konkolaataa keessatti du’ee argamuu ibsame
Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC) – Atileetiin Ugaandaa Beenjaamiin Kiplaagaati Keeniyaatti Konkolaataa keessatti du’ee argamuu ibsameera.
Fiigicha gufachiisaa Fageenya Kiiloo Meetira 3…
Feliiksii Tishiiseekeediin filannoo Pireezidaantummaa Koongoo injifateera
Finfinnee, Mudde 21, 2016 (FBC) - Feliiksii Tishiiseekeediin filannoo Pireezidaantummaa Riippaablika Diimookiraatawaa Koongoo injifachuu komishiniin filannoo biyyattii ifoomse.
Feliiksii…
Hindiin yeroo jalqabaaf maallaqaa biyya isheen kaffaltii daldala alaa raawwatte
Finfinnee, Mudde 20, 2016 (FBC)- Hindiin jikita boba’aa Gamtaa Emereetota Arabaarraa Bitteef seenaa ishee keessatti yeroo jalqabaaf maallaqaa ishee Ruuppiin kaffaltii raawwachuun gabaafame.…