Browsing Category
Idil Addunyaa
Raashiyaan Yuukreenitti haleellaa qilleensaa cimaa ta’e raawwachuu ibsame
Finfinnee, Mudde 19, 2016 (FBC) – Raashiyaan Magaaloota Yuukreen hedduu keessatti haleellaa qilleensaa olaanaa ta’e raawwachuu ibsameera.
Ganama har’aa magaalonni akka Kiiyev, Odeessaa,…
Waashingitan paakkeejii deeggarsa waraanaa isa dhumaa bara kana Yuukreeniif kennitu ifoomsite
Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC) – Waashingitan paakkeejii deeggarsa waraanaa isa dhumaa bara kana Yuukreenif kennitu ifoomsiteerti.
Kiyeev deeggarsa dabalataa Doolaara miiliyoona 250…
Humni Galaanaa Ameerikaa Diroonoota Hawutii 12 haleeluu beeksiise
Finfinnee, Mudde 17, 2016 (FBC) – Humni Galaanaa Ameerikaa Kibba Galaana Diimaatti Diroonoota Hawutii 12 haleeluun kuffisuu beeksiiseera.
Duula Kibba Galaana Diimaatti taasiiseen…
Raashiyaan hojii meeshaa Niwukilaaraa gara Beelaarusitti dabarsuu xumuruun ibsame
Finfinnee, Mudde 16, 2016 (FBC)- Raashiyaan hoji meeshaa Waraanaa Niwukilaaraa gara Beelaarusitti dabarsuu xumuruu Pireezidaantiin Beelaaruus Aleeksaandar Lukaasheenkoon dubbatan.…
Gorsaan Waraana Eegdoota Warraaksa Iraan ajjeeffamuu dhaga’agame
Finfinnee, Mudde 15, 2016 (FBC) - Gorsaan Waraana Eegdoota Warraaksa Iraan Ziyaad Raasii Muuseeviin haleellaa Xiyyaaraa Isiraa'eeliin ajjeeffamuu Teeleeviizhiin biyyattii beeksise.
Ziyaad…
Sar Jiim Raatikliif qooda Maanchiister Yuunaayitiid % 25 bitan
Finfinnee, Mudde 15, 2016 (FBC) – Abbaan Qabeenyaa lammii Ingiliiz Sar Jiim Raatikliif qooda Maanchiister Yuunaayitiid % 25 bituu ibsameera.
Maanchiisteer Yuuroo miiliyoona 790 kan bitan…
Hoggansa olaanaa Alshabaab Ma’aaliim Ayimaan Ajjeefamuun gabaafame
Finfinnee, Muddee 13, 2016 (FBC)- Hoggansa Olaanaa Garee Alshabaab Ma’aaliim Ayimaan deegarsa Ameerikaan duulaa waraanni Somaaliya gaggeesseen ajjeefamuun gabaafame.
Ma’aaliim Ayimaan…
FIFAn Deeggarsa Doolaara biiliyoona 2.79 ifoomse
Finfinnee, Mudde 12, 2016 (FBC) – Waldaan Kubbaa Miilaa Idil Addunyaa misooma Kubbaa miilaaf dooggarsaa Doolaara biiliyoona 2.79 ifoomseera.
Deeggarsi kun misooma kubbaa miilaa biyyoota…
Finciltoonni Hawutii dooniiwwan daldalaarratti haleellaa raawwatan akka dhaaban waamichi dhiyaate
Finfinnee, Mudde 12, 2016 (FBC)- Nageenya Galaanaa Diimaa eegsisuuf Gamtaan loltoota hundeeffame, finciltoonni Hawutii haleellaa dooniiwwan daldalaa Galaana Diimaarratti raawwatan akka…
Kooriyaan Kaabaa qocholoon diinaa hammaannaan Niwukilara fayyadamuun kan hin oolle ta’uu…
Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa qocholoon diinaa hammaannaan Meeshaa waraanaa Niwukilarii fayyadamuun kan hin oolle ta’uu akeekkachiifteerti.
Hogganaan biyyattii Kiim…