Browsing Category
Idil Addunyaa
Gatiin Bilbiloota Iyifoonii hir’isuu ibsame
Finfinnee, Ebla 25, 2016 (FBC) – Oomisha Dhaabbata Appilii kan ta'e gatiin Bilbiloota Iyifoonii Awurooppaan ala biyyoota addunyaa hundatti hir'isuu ibsameera.
Barri Faranjootaa 2024 erga…
Chaayinaatti daandiin saffisaa sigigaachuun lubbuu namoota 19 galaafate
Finfinnee, Ebla 23, 2016 (FBC) – Chaayinaatti Rooba cimaa roobuu hordofee daandiin saffisaa gaara qaxxaamuru sigigaachuun lubbuu namoota 19 galaafachuu gabaafame.
Chaayina Bulchiinsa…
Keeniyaatti Balaa Lolaa mudateen lakkoofsi namoota du’anii 170 ga’uu ibsame
Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) – Balaa Lolaa hamaa Giddu Galeessa Keeniyaatti mudateen lakkoofsi namoota lubbuun darbanii 170 ga’uu ibsameera.
Keeniyaatti rooba cimaa walitti…
Kolombiyaatti balaa Helikooptaraa mudateen lubbuun namoota 9 darbe
Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) – Naannawaa Baadiyyaa Kaaba Kolombiyaatti balaa Helikooptaraa mudateen lubbuun namoota 9 darbuu ibsameera.
Helikooptarri Raashiyaan hojjetamte MI 17…
Keeniyaa dabalatee biyyoota Baha Afrikaatti miidhaan balaa Lolaa dabalaa dhufuu ibsame
Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Keeniyaatti hidhaan Kiijabee jedhamuun jiguun lolaa qaqqabsiiseen lubbuun namoota 45 darbuu ibsame.
Lakkoofsi namoota du’anii dabaluu akka…
Siwiidin lammiilee Itiyoophiyaa haala rakkisaa keessa jiraniif kan oolu deeggarsa Birrii biiliyoona…
Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC) – Siwiidin lammiilee Itiyoophiyaa haala rakkisaa keessa jiraniif kan oolu deeggarsa Birrii biiliyoona 1.2 ol gama dhaabbilee deeggartootaan akka qaqqabu…
Taanzaaniyaatti roobaan balaa lolaa fi sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 155 darbe
Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC) – Taanzaaniyaatti Rooba cimaa roobuu hordofee balaa lolaa fi sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 155 darbuu ibsameera.
Namoonni 236 ol miidhaa qaamaa…
Ameerikaan Misaa’eloota fageenya dheeraa furgugsaman Yuukreeniif deeggarsa taasiifte
Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC) - Ameerikaan Misaa’eloota fageenya dheeraa furgugsaman Yuukreeniif deeggarsa taasiisuu eerame.
Yuukreen Misaa’eloota…
Raashiyaa fi Yuukreen yeroo jalqabaaf fuulaa fuulatti wal arguun marii taasiisan
Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) - Raashiyaa fi Yuukreen yeroo jalqabaaf fuulaa fuulatti wal arguun dhimmoota adda addaarratti marii taasiisaniiru.
Erga wal waraanuu eegalanii yeroo…
Giriik Dhukkee Obomboleetti Saahaaraan uwwifamte
Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Giriik Dhukkee Obomboleetti Saahaaraarraa ka’een uwwifamuu dhagahame.
Obombolleetti dhukkee olaanaa Gammoojjii Saahaaraarraa ka’een magaaloonni…