Browsing Category
Idil Addunyaa
Waliigalteen yeroof dhukaasa dhaabuu xumuramuu hordofee Isiraa’eel Gaazaa haleeluu itti fufte
Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC) – Waliigalteen yeroof dhukaasa dhaabuu xumuramuu hordofee Isiraa’eel Gaazaa haleeluu itti fufuu gabaafameera.
Waliigalteen dhukaasa dhaabuu tibba darbe…
Xiyyaarri Waraanaa Ameerikaa Lixa Jaappaanitti kufee caccabuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Xiyyaarri Waraanaa Ameerikaa Lixa Jaappaan qarqara galaana Odola Yaakuushiimaatti kufee caccabuu dhaga’ame.
Kana hordofee Eegdoonni Qarqara Galaanaa…
Afrikaan Ardii miidhaa dachaaf saaxilamteedha – Antooniyoo Guutareez
Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Afrikaan Ardii miidhaa dachaaf saaxilamte ta’uu Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez ibsan.
Antooniyoo Guutareez…
Hinditti hojjettoonni ijaarsaa holqa jige keessa turan 41 guyyoota 17 booda lubbuun bahan
Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Hindi Kutaa Bulchiinsa Utaaraakhaanditti hojjettoonni ijaarsaa holqa jige keessa turan 41 guyyoota 17 booda lubbuun ba’uu isaanii ibsameera.
Namoonni…
Saatilaayitiin basaasaa Kooriyaan Kaabaa dhaabbilee Ameerikaa suuraa kaasuun gabaafame
Finfinnee, Sadaasa 18, 2016 (FBC)- Saatilaayitiin basaasaa Kooriyaan Kaabaa tibba darbe gara samiitti furguggiste Masaraa Mootummaa Ameerikaa ‘White House’ dabalatee dhaabbilee biyyattii…
Hamaas waliigalteen dhukaasa dhaabuu akka dheeratu gaafate
Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC) – Waliigalteen Dhukaasa dhaabuu guyyoota arfan darbanii har’a xumuramuu hordofee Hamaas waliigalteen dhukaasa dhaabuu akka dheeratu fedhii qabaachuu…
Hamaas Qondaaltonni waraanaa 4 jalaa ajjeefamuu beeksise
Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Hamaas waraana gaggeeffamaa jiruun Qondaaltonni waraanaa olaanoon 4 jalaa ajjeefamuu beeksiseera.
Qondaalli waraanaa Hamaas Alqaasiim Birgeed ibsa…
Dooktar Warqinaa Gabayyoohu Pireezidaantii Mana Maree Birmadummaa Sudaan Leetanaan Jeneraal…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoohu Pireezidaantii Mana Maree Birmadummaa Sudaan Leetanaan…
Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Isiraa’eel fi Hamaas hojiirra ooluu eegale
Finfinnee, Sadaasa 14, 2016 (FBC) – Waliigalteen dhukaasa dhaabuu guyyoota 4f Isiraa’eel fi Hamaas gidduutti taasiifame har’a hojiirra ooluu eegaluu ibsameera.
Qaamoleen lamaan guyyoota…
Raashiyaan marii nageenyaa Yuukireen waliin taasisuuf abdii hinkutattu-Putiin
Finfinnee, Sadaasa 13, 2016 (FBC)- Raashiyaan marii nageenyaa Yuukireen waliin taasisuurraa abdii hinkutattu jechuun Pireezidaanti Vilaadmiir Putiin dubbatan.
Pireezidantiin Raashiyaa…