Browsing Category
Idil Addunyaa
Heliikooptarri Pireezidaantii Iraan dabalatee hoggantoota olaanoo biyyattii feetee imalaa turte…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Heliikooptarri Pireezidaantii Iraan Ibraahiim Raayisin dabalatee hoggantoota olaanoo biyyattii feetee imalaa turte Baha Azaarbaajaanitti kuftee caccabuu…
Daldalli Raashiyaa fi Chaayinaa % 90 Maallaqa biyyoota lamaaniin raawwatamuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Daldalli Raashiyaa fi Chaayinaa % 90 Maallaqa biyyoota lamaaniin raawwatamuu Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin ibsan.
Pireezidaanti…
Pireezidaanti Putiin karoora Chaayinaan waldhabdee Raashiyaa fi Yuukreen karaa nagaan furuuf…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin karoora Chaayinaan waldhabdee Raashiyaa fi Yuukreen karaa nagaan furuuf dhiyeessite kan fudhatan…
Ministirri Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkan Yuukreen galan
Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkan daawwannaa tasaa taasiisuuf Yuukreen Kiyeev galaniiru.Antoonii Biliinkan halkan edaa…
Afrikaa Kibbaatti hojjettoonni Jijjiga Gamoo keessa turan guyyaa 5 booda lubbuun argaman
Finfinnee, Caamsaa 5, 2016 (FBC) – Afrikaa Kibbaatti hojjettoonni Jijjiga Gamoo keessa turan guyyaa 5 booda lubbuun argamuu gabaafame.
Afrikaa Kibbaa Magaalaa Joorjitti guyyaa 5…
Indoonezhiyaatti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 41 darbe
Finfinnee, Caamsaa 5, 2016 (FBC) – Indooneezhiyaatti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 41 darbuu Ejensiin Balaa Biyyattii beeksisee.
Biyyattitti Rooba Itti fufiinsaan sa’aatii…
Astiraazeenikaan Talaallii Covid -19 oomishuu dhaabuu beeksiise
Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Talaalliin Covid -19 Astiraazeenikaan fayyaa namaarratti dhiibbaa qaqqabsiisuu hordofee oomishichi Gabaa Addunyaa keessa ba’uu dhaabbatichi beeksiseera.…
Afrikaa Kibbaatti Gamoo Jige keessaa namoonni 11 lubbuun argaman
Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Afrikaa Kibbaatti Gamoo Guddaa Jige keessaa namoonni 11 lubbuun argamuu ibsameera.
Afrikaa Kibbaa magaalaa Joorjitti Gamoo Guddaan Ijaaramaa turu waayita…
Pireezdaanti Putiin sirna waadaa galuu raawwatan
Finfinnee, Ebla 29, 2016 (FBC) – Pireezdaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin waggoota 6 itti aanaan biyyattii bulchuuf sirna waadaa galuu raawwataniiru.
Putiin bakka deeggartoonni,…
Pireezidaantiin Keeniyaa lammiilee balaa lolaan miidhamaniif deeggarsa maallaqaa taasiisuuf waadaa…
Finfinnee, Ebla 29, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon tokkoon tokkoo lammiilee balaa lolaan miidhamaniif deeggarsa maallaqaa taasiisuuf waadaa galaniiru.…