Browsing Category
Idil Addunyaa
Moorookoon yeroo jalqabaaf Konkolaataa biyya keessatti oomishte gabaaf dhiyeessite
Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC) – Moorookoon yeroo jalqabaaf Konkolaataa Dhaabbata Oomisha Konkolaattootaa ‘Neo Motors’ jedhamuun biyya keessatti oomishame gabaaf dhiyeessite.…
Pireezidaanti Shii Jiinpiing Ameerikaa galan
Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing yaa’ii tumsa Diinagdee Eeshiyaa Paassifik Sanfiraasikootti taa'amurratti hirmaachuuf Ameerikaa galaniiru.…
Gamtaan Awurooppaa bara darbe eegalee Yuukireeniif deeggarsa Yuuroo biiliyoona 27 taasisuun…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)-Gamtaan Awurooppa bara darbeerraa eegalee Yuukireeniif deeggarsa loltummaa Yuuroo biiliyoona 27 taasisu Hoggaanaan Dhimma Alaa fi Nageenyaa Gamtichaa Jooseef…
Deeviid Kaameruun Ministira Dhimma Alaa Ingiliiz ta’uun mudaman
Finfinnee, Sadaasa 3, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee duraanii Ingiliiz Deeviid Kaameruun Ministira Ministeera Dhimma Alaa biyyattii ta’uun mudamaniiru.
Ministirri Muummee Ingiliiz…
Hinditti Holqi ijaarramaa jiru jiguun lubbuu hojjettoota 30 galaafate
Finfinnee, Sadaasa 3, 2016 (FBC) – Hindi Bulchiinsa Hiimaaliyaatti sigiga lafaa madateen Holqi ijaarramaa jiru jiguun lubbuu hojjettoota 30 galaafachuu ibsameera.
Hojjettoonni Ittisa…
Qoqqobbiiwwan Biyyoota Lixaa Raashiyaan dandeetti ishee akka guddistuuf carraa uumeera-Dimiitirii…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2016 (FBC)- Qoqqobbiiwwan Biyyoonni Lixaa kaa’aan Raashiyaan dandeettii ishee sirnaan akka fayyadamtu taasiseera jedhan Dubbii Himaan Kireemliin Dimiitirii Peeskoov.…
Ameerikaan Kuusaa Meeshaalee waraanaa Iraan Sooriyaa keessatti argamu xiyyaaraan haleelte
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2016 (FBC) – Ameerikaan Kuusaa Meeshaalee waraanaa Iraan Sooriyaa keessatti argamu xiyyaaraan haleeluu beeksiifte.
Haleellaa Milishoonni Iraan torbee darbe…
Raashiyaan Abbaa Murtii Mana Murtii Yakkaa Idil Addunyaa irratti ajaja hidhaa baaste
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2016 (FBC)-Raashiyaan Abbaa Murtii Mana Murtii Yakkaa Idil Addunyaa kan akka Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin to'annoo jala oolaniif baasee irratti…
Gamtaan Awurooppaa hariiroo Afrikaa waliin qabu fooyyeessuu qaba – MM Rippaablika Cheek
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa hariiroo Afrikaa waliin qabu fooyyeessuu akka qabu Ministirri Muummee Rippaablika Cheek Peetir Fiyaalaan hubachiisan.
Gamtichi…
Ameerikaan Gaazaatti dhukaasni akka dhaabbatu kan hin heeyyamne yoo taate gatii kaffalti – Iraan
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) – Ameerikaan Gaazaatti dhukaasni akka dhaabbatu kan hin heeyyamne yoo taate gatii kan kaffaltu ta’uu Iraan akeekkachiifte.
Teehiraan Waashingitan…