Browsing Category
Idil Addunyaa
Jimmatti Federeeshiniin Biskileetaa irra deebiin hundeeffamee
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2016 (FBC)- Magaala Jimmatti Federeshinin Biskileetaa irra deebiin hundeeffamuun hojii eegaleera.
Irra deebiin hundeeffamuu federeeshinichaa sababeeffachuun…
Neeppaalitti Balaa Kirkira Lafaa mudateen lubbuun namoota 150 olii darbe
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) –Lixa Neeppaalitti Balaa Kirkira Lafaa mudateen lubbuun namoota 150 olii darbuu dhaga'ame.
Balaan kun magaalota Jaajaarkootii fi Ruukuum jedhaman…
Ruwaandaan Afrikaanota hundaaf eeyyama imala viisaa maleessaa ifoomsite
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC)- Ruwaandaan Afrikaanonni viisaa malee biyya ishee akka galaan eeyyamuu beeksisetti.
Pireezidaantiin Ruwaandaa Pool Kaagaameen imalaa viisaa…
Ameerikaan qoqqobbii daldalaa Kuubaarra keesse akka kaaftu DhMG gaafate
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC)- Ameerikaan qoqqobbii daldalaa waggootaa 10’f Kuubaarra keesse akka kaaftu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii yeroo 31ffaaf gaafate.
Yaa’iin…
Magaalota Liibiyaa loladhaan miidhaman deebisanii ijaaruuf koonfiraansiin idl addunyaa gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC)- Magaalota Liibiyaa lolaadhaan miidhaman deebisanii ijaaruuf koonfiraansiin idil addunyaa gaggeeffameera.
Koonfiraansichi magaalota naannawaa…
Karri Gaazaa gara Ijiptitti ceesisu Raafahi yeroo jalqabaaf baname
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Erga waraanni Isiraa’eelii fi Hamaas eegalame Karri Gaazaa gara Ijiptitti ceesisu Raafahi yeroo jalqabaaf banameera.
Ambuulaansoonni namoota…
Isiraa’eel Ajajaa waraanaa olaanaa Hamaas ajjeesuu beeksiifte
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Waraanni Isiraa'eel haleellaa Xiyyaaraa raawwateen ajajaa olaanaa fi miseensoota Hamaas hedduu ajjeesse beeksiseera.
Haleellaa Xiyyaarraa Gaazaa…
Ameerikaan Israa’elii fi Hamaas gidduutti dhukaasni akka dhaabattuuf waamicha dhiyaate fudhatama…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Ameerikaan Israa’elii fi Hamaas gidduutti dhukaasni akka dhaabattuuf waamicha idiladdunyaa dhiyaate kan hinfudhanne ta’uu beeksiste.
Dubbii Himaan…
Iraan Giddugala Naannawaa Gaazaa ijaaruu akka barbaaddu ibsite
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC)-Iraan Giddugalaa Naannawaa Gaazaa ijaaruu akka barbaduu ibsiteetti.
Itti Aanaan Pireezidaantii Biyyattii Mohammad Mokbaar wabeeffachuun ‘Faris News’…
MM Isiraa’eel lammiileen biyyattii Waraana rakkisaa fi yeroo dheeraaf akka of qopheeesan…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee Isiraa'eel Beenjaamiin Netaaniyuun lammiileen biyyattii Waraana rakkisaa fi yeroo dheeraaf akka of qopheeesan waamicha dhiyeessan.…