Browsing Category
Idil Addunyaa
Buufanni Niwukilaraa Zapoorizhiyaa haleelamuun yaaddoo hammeesse
Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC)- Haleellaan Diroonii Buufata niwuukilaarii Yukireen Zappoorizhiyaa irratti raawwatame balaa niwukilaaraa cimaa ta'uu akka danda'u Dhaabbannii Mootummoota…
Moozaambikitti Bidiruun dhidhimuun lubbuun namoota 90 darbe
Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC) – Kutaa Kaaba Moozaambiikitti Bidiruun dhidhimuun daa'imman dabalatee lubbuun namoota 90 darbuun ibsameera.
Bidiruun kun bulchiinsa Naampuulitii…
Isiraa’eel Kutaa Baha Libaanositti haleellaa qilleensaa raawwatte
Finfinnee, Bitootessa 29, 2016 (FBC) - Xiyyaaronni nama maleeyyiin ishee Hizboolaan haleellamuu hordofee Isiraa'eel Kutaa Baha Libaanositti haleellaa qilleensaa raawwachuu dhaga'ameera.…
Taayiwaanitti kirkirri lafaa reektar iskeelii 7.5 mudate
Finfinnee, Bitootessa 25, 2016 (FBC)- Taayiwaanitti kirkirri lafaa reektar iskeelii 7.5 lakkoofsise mudate.
Kirkiraa lafaa kanaan namoonni 711 yoo madaa’aan, lubbuun namoota 4 darbuun…
Raashiyaan haleella Moskoo ilaalchise Ameerikaarratti qorannoo shororkeessummaa eegaluu ibsite
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)- Koreen Qorannoo Raashiyaa Haleellaa Moskootti raawwate ilaalchisee Ameerikaa fi biyyoota Lixaarratti qorannoo shororkeessummaa eegaluu beeksiste.…
Afrikaa Kibbaatti balaa Awutoobisii tokkorratti mudateen lubbuun namoota 45 yoo darbu, daa’imni…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC) – Afrikaa Kibbaatti Awutoobisiin riqicharraa kufuun daa'ima umrii waggaa 8 tokkorraa kan hafe namoonni keessa turan 45 du'uu ibsame.
Awutoobisiin kun…
Pireezidaanti Putiin waamicha namummaa fi dhiifamaa dhiyeessan
Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Haleellaa Shororkeessummaa Mooskootti qaqqabe booda Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin waamicha namummaa fi dhiifamaa…
Manni Maree Nageenyaa DhMG Gaazaatti dhukaasni akka dhaabbatu murtoo dabarse
Finfinnee, Bitootessa 16, 2016 (FBC) – Manni Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummaata Gamtoomanii Gaazaatti dhukaasni akka dhaabbatu murtoo dabarseera.
Yaadni murtoo dhukaasa dhaabuu…
Yuukreen Dooniwwan Raashiyaa lama haleeluu beeksifte
Finfinnee, Bitootessa 16, 2016 (FBC) – Yuukreen haleellaa Qilleensaa Galaana Gurraacharratti raawwatteen Dooniwwan Raashiyaa lama haleeluu waraanni biyyattii beeksiise.
Dabalataan…
Raashiyaan halleellaa raawwatame hordofee shakkamtoota 11 to’atte
Finfinnee, Bitootessa 14, 2016 (FBC)- Raashiyaa Magaalaa Mooskootti dhiyaattee kan argamtu Magaalaa Kiroositti galma konsartii muuziqaa gaggeeffamaa jiru keessatti haleellaa raawwatameen…