Browsing Category
Idil Addunyaa
Keeniyaan lammiileen Afrikaa Viizaa malee bulchiinsa ishee akka seenaan eeyyamuufi
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Keeniyaan lammiileen Afrikaa Viizaa malee bulchiinsa ishee akka seenaan eeyyamuufi ta'uu Pireezidaantiin biyyattii Wiiliyaam Ruutoon ibsan.…
Afrikaa Kibbaatti seerri maatiin yoo daa’imman barnootaatti hinergine adabsiisu ragga’e
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC)- Paarlaamaan Afrikaa Kibbaa seera barnootaa cimaadha jedhame kan yoo maatiin daa’imman isaanii mana barnootaatti hinergine hidhaan adabsiisuu…
Ameerikaan Baha Sooriyaa iddoolee filatamanitti haleellaa raawwatte
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC) – Waraanni Ameerikaa Baha Sooriyaa iddoolee filatamanitti haleellaa raawwachuu gabaafame.
Haleellichi Giddugala Hidhattootaa Iraaniin deeggarsaman…
Lolli Isiraa’eelii fi Hamaas gidduutti gaggeeffamaa jiru lubbuu lammiilee kuma 8tti hiiqanii…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC) – Lolli Isiraa’eelii fi Hamaas gidduutti gaggeeffamaa jiru itti fufuun lubbuu lammiilee hedduu galaafachaa jiraachuu gabaafameera.
Hanga ammaatti…
Raashiyaan yaalii niwukilaraa taasifte
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC)- Raashiyaan shaakalaa misaa’elaa niwukilaraa baatuu taasisuu Kireemiliin beeksifte.
Yaalichis hoggansi loltummaa Moskoo fi qophaa’ummaa humnoota…
Ameerikaa magaalaa Lewistoniitti dhukaasa banameen yoo xiqqaate namoonni 16 ajjeefaman
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC) – Ameerikaa magaalaaa Lewiston, bulchiinsa Mee'in keessatti dhukaasa banameen yoo xiqqaate namoonni 16 ajjeefamuu Poolisiin biyyattii beeksise.…
Walitti bu’iinsa Baha giddu galeessaaf furmaata siyaasaa kaa’uun barbaachisaadha –…
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC) – Walitti bu'iinsa Baha Giddu galeessaaf furmaata siyaasaa kaa'uun barbaachisaa ta'uu Pireezidaantiin Faransaay Imaanu'eel Maakroon hubachiisaan.…
Qarqara Galaanaa Kaaba Jarmanitti dooniwwan walitti bu’uun namoota hedduurra miidhaa qaqqabsiisuu…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) – Qarqara Galaanaa Kaaba Jarmanitti Dooniwwan meeshaalee fe’an lama walitti bu’uun namoonni hedduun achi buuteen isaanii dhabamuu ibsameera.
Ganama…
Luuziyaanaatti hurrii cimaa mudateen Konkolaattoonni 150 ol walitti bu’an
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) – Ameerikaa kutaa Kibba Bulchiinsa Luuziyaanaatti sababa Hurrii cimaan daandii uwwiseen balaan Tiraafikaa hedduun daqiiqawwan keessatti mudachuu…
Aljeeriyaatti namoonni 38 ragaa sobaan nama tokko haala suukaneessan ajjeesan adabbiin du’aa itti…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) – Manni Murtii Aljeeriyaa namoota 38 namni dhuunfaan tokko ‘balaa Ibidda Bosonaa qabsiise’ jechuun odeeffannoo dogongoraan haala suukaneessan…