Browsing Category
Idil Addunyaa
Haleellaa Moskootti raawwatameen namoonni 60 ajjeefamuun gabaafame
Finfinnee, Bitootessa 14, 2016 (FBC)- Haleellaa hidhattoonni konsartii muuziqaa Magaalaa Moskootti gaggeeffama jirurratti bananiin yoo xiqqaate namoonni 60 ajjeefamuun gabaafame.…
Fayyadama Bishaan mirkaneesuuf qaamoleen dhimmichi ilaallatu itti gaafatama isaanii akka bahatan…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC)- Bishaan qusachuu, qulqullinaa isaa guddisuu fi dhiyeesii mirkaneesuuf qaamoleen dhimmichi ilaallatu itti gaafatama isaanii akka bahatan gaafatame.…
Ameerikaan seera lakkoofsa konkolaattota boba’aa fayyadamanii daangessu ifoomsite
Finfinnee, Bitootessa 12, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan seera lakkoofsa konkolaattota anniisaa boba’aa fayyadamanii daangessu ifoomsaniiru.
Seerri kun Ameerikaatti…
Raashiyaan karoora Gamtaa Awurooppaa balaaleffatte
Finfinnee, Bitootessa 11, 2016 (FBC)- Raashiyaan qabeenya ishee ugguramerratti karoora Gamtaan Awurooppaa qabate balaaleffatte.
Kireemiliin qabeenyi Raashiyaa akka hinsochooneef ugguraman…
Isiraa’eel gaggeessaa olaanaa Hamaas Maarwaan Iisaa ajjeessuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) – Gaggeessaa olaanaan Hamaas Maarwaan Iisaa haleellaa qilleensaa Israa'el gaggeessiteen ajjeefamuu Ameerikaa beeksifte.
Waraanni…
Kooriyaan Kaabaa Misaa’eloota Baalaastikaa hedduu gara Galaana Bahaatti furgugsuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 9, 2016 (FBC) –Antoonii Biliinkan Se’ool galuu hordofee Kooriyaan Kaabaa Misaa’eloota Baalaastikaa fageenga gaggabaaboo hedduu gara Galaana Bahaatti furgugsuu…
Vilaadmiir Putiin Filannoo Pireezidaantummaa Raashiyaa mo’atan
Finfinnee, Bitootessa 9, 2016 (FBC)-Filannoo Pireezidaantummaa Raashiyaatti gaggeeffameen Pireezidaanti Vilaadmiir Putiin sagalee %87’n argachuun injifataniiru.
Putiin filannoo kanas…
Haleellaan saayibarii olaanaan sirna filannoo Raashiyaa mudachuun gabaafame
Finfinnee, Bitootessa 8, 2016 (FBC)- Filannoo Pireezidaantummaa Raashiyaa gaggeeffamaa jiruun haleellaan saayibarii olaanaan sirna filannoo elektirooniksii mudachuun gabaafame.
Abbaan…
Gamtichi Bu’aa Qabeenya Raashiyaa dhorkamanirraa argamuun Yuukreeniif meeshaalee waraanaa…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) - Biyyoonni miseensa Gamtaa Awurooppaa bu'aa qabeenya Raashiyaa biyyoota garaagaraatti akka hin sochoone dhorkamaniirra argamuun Yuukreeniif meeshaalee…
Filannoon Pireezidaantummaa Raasiyaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC)- Pireezidaantii Vilaadmiir Putiin morkattoota sadii waliin kan irratti hirmaatan Filannoon Pireezidaantummaa Raashiyaa bara 2024 gaggeeffamuu eegaleera.…