Browsing Category
Idil Addunyaa
Ameerikaa, Jaappaanii fi Kooriyaan Kibbaa waloon shaakala loltummaa gaggeessan
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2016 (FBC)- Ameerikaa, Jaappaanii fi Kooriyaan Kibbaa waloon shaakala loltummaa gaggeessaniiru.
Shaakalli loltummaa biyyoota sadeenii kunis haleellaa…
Yaa’iin jaarsummaa Israa’elii fi Filisxeemiif waamame waliigaltee malee xumurame
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2016 (FBC)- Waraanaa Israa’elii fi Filisxeem gidduutti hammaata dhufeef furmaataa kaa’uuf yaa’iin jaarsummaa Ijibtitti waamame waliigaltee malee xumurameera.…
Karri Raafaah banamuun deeggarsi gara Gaazaa seenuu eegale
Finfinnee, Onkololeesa 10, 2016 (FBC) - Karri Raafaah banamuun konkolaataawwan meeshaalee gargaarsaa fe'an Ijiptirraan gara Gaazaa seenuu eegaluu gabaafameera.
Hanga ammaatti Isiraa'eel…
Antooniyoo Guutareez Karra Gaazaaf deeggarsi namoomaa dhiyaatu Raafaah daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2016 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez Karra Gaazaaf deeggarsi namoomaa dhiyaatu Daangaa Ijibtiitti kan argamu…
Chaayinaan rakkoo Giddu Galeessa Bahaarratti Raashiyaa waliin hojjechuuf qophii ta’uu ibsite
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2016 (FBC) – Chaayinaan waldhabdee Isiraa’eelii fi Filisxeem furuuf hariiroo Raashiyaa waliin qabdu haaromsuun qindoominaan hojjechuuf qophii ta’uu beeksiifte.…
Waraanni Ameerikaa dhiyeenya daangaa Isiraa’eelitti Misaa’eelootaa fi Dirooniwwan haleeluun kuffisuu…
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2016 (FBC) – Waraanni Ameerikaa dhiyeenya daangaa Isiraa’eelitti Misaa’eelootaa 3 fi Dirooniwwan nama maleeyyii hedduu haleeluun kuffisuu beeksiiseera.…
Ministirri Muummee Ingiliz Riishi Suunaak Isiraa’eel galan
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2016 (FBC) – Wayita Waraanni Isiraa’eelii fi Hamaas itti fufee jirutti Ministirri Muummee Ingiliz Riishi Suunaak Isiraa’eel galaniiru.
Riishi Suunaak Isiraa’eel…
Haleellaa Hospitaala Gaazaatti raawwatameen lubbuun namoota 500 darbuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Haleellaa Israa’eel Hospitaala Gaazaa Al-Ahilii Baabitistitti rawwaateen yoo xiqqate lubbuun lammiilee nagaa 500 darbuu Ministeerri Fayyaa Gaazaa…
Inisheetiviin ‘Belt and Road’ hiyyummaa hir’isuuf gumaacha taasiise – Chaayinaa
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2016 (FBC) – Inisheetiviin idil addunyaa Chaayinaa‘Belt and Road’ hiyyummaa addunyaa hir’isuuf tattaaffii taasiifamuuf gumaacha taasiisuu Ministeerri Dhimma Alaa…
Joo Baayidan Isiraa’el daawwachuuf
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidanguyyaa boru Isiraa'el daawwachuuf ta’uu gabaafame.
Pireezidant Baayidan Isiraa'el kan daawwataniif waa'ee…