Browsing Category
Idil Addunyaa
Isiraa’el garee Hamaas irratti humna guddaa kan fayyadamtu ta’uu Beenjaamiin Netaanyaahuun beeksisan
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Lolli Isiraa’eelii fi Hamaas gidduutti Sanbata darbe eegale lubbuu lammiilee nagaa hedduu galaafachaa jiraachuu ibsameera.
Hanga ammaatti gama…
Ameerikaan waraana ishee gara Isaraa’elitti siqsite
Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC)-Hamaas naannawaa Kibba Israa’elitti haleellaa raawwachuu hordofee Ameerikaan waraana ishee gara Israa’elitti siqsuun gabaafame.
Nageenyi Biyyaalessaa…
Waraanni Isiraa’eelii fi Hamaa hanga ammaatti lubbuu lammiilee kuma 1 fi 113 olii galaafachuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC) – Lolli Israa’elii fi Hamaas gidduutti sanbata darbe eegale hanga yonaatti itti fufuu ibsameera.
Waraana kana hordofee biyyoonni addunyaa gurguddoon…
Ameerikaan dhaabbilee Chaayinaa 42 irra qoqqoobbii keesse
Finfinnee, Fulbaana 26, 2016 (FBC) – Ameerikaan dhaabbilee Chaayinaa Raashiyaaf meeshaalee waraanaa dhiyeessu jette 42 irra qoqqoobbii sochii daldalaa kaa'uu beeksiifte.
Waraana…
Lammiin Iraan Nargees Mahaamadi Badhaasaa Noobeelii nageenyaa 2023 injifatte
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC)- Qabsooftuu cunqursaa dubartootaa Iraan, qabsoo bilisummaa fi mirgaa namoomaaf taasifteef badhaasa noobeelii nageenyaa 2023 lammii Iraan Nargees…
Moorookoo, Ispeenii fi Poorchugaal Waancaa Addunyaa bara 2030 waloon kan qopheessan ta’uu…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Moorookoo, Ispeenii fi Poorchugaal Waancaa Addunyaa bara 2030 waloon kan qopheessan ta'uu Waldaan Kubbaa Miilaa Addunyaaa beeksiseera.
Taphoonni…
Arjaan Hindii ilma isaa waliin Zimbaabiweetti balaa xiyyaaraan du’uu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Biiliyeennarri Hindii Harpaal Raandaawaa fi Ilmi isaa umrii waggaa 22 balaa xiyyaaraa Zimbaabiweetti mudateen lubbuun isaanii darbuu ibsameera.…
Gamtaan Awurooppaa deeggarsa waraanaa Yuuroo Biiliyoona 5.4 Yuukireeniif taasisuuf waadaa gale
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Gamtaan Awurooppaa deeggarsa waraanaa Yuuroo Biliyoona 5.4 Yuukireeniif taasisuuf waadaa galuun ibsame.
Gamtaan biyyootaa 27 Raashiyaa injifachuuf…
Paakistaanitti shakkamtoonni kalee namoota guurratan to’ataman
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Poolisiin Kaaba Baha Paakistaan shakkamtoota qaama namaa saamaanii daldalan 8 to'achuu beeksiseera.
Hogganaan Gartuu Saamtotaa Qaama Namaa Fawaad…
Biriitaaniyaan loltoota ishee Yuukreeniif erguuf fedhii qabaachuu ibsite
Finfinnee, Fulbaana 20, 2016 (FBC) – Biriitaaniyaan loltoota ishee Yuukreeniif erguuf fedhii qabaachuu Ministeerri Raayyaa Ittisaa biyyattii beeksiseera.
Ministirri Ministeera Raayyaa…