Browsing Category
Idil Addunyaa
Balaa Ibiddaa Chiilitti mudateen lubbuun namoota Chile 112 darbe
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC) – Balaa Ibiddaa Chiilii bulchiinsa Vaalparaayisootti mudateen lubbuun namoota 112 darbuu ibsame.
Manneen kuma 3 -6 ol ta'an balaa kanaan barbadaa'uu…
Ameerikaa fi Ingiliizii iddoolee Finciltoota Hutii 36 haleeluu ibsame
Finfinnee, Amajjii 26, 2016 (FBC) - Ameerikaa fi Ingiliizii iddoolee ijoo Finciltoota Hutii 36 irratti xiyyeeffachuun haleeluu Waraanni Ajaja Giddu Galeessaa Ameerikaa beeksiise.…
Pireezidaantiin Naamiibiyaa Hagee Geengoob boqotan
Finfinnee, Amajjii 26, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin Naamiibiyaa Hagee Geengoob umrii waggaa 82ffaa isaanitti addunyaa kanarraa du'aan boqotaniiru.
Dhibee Kaansarii isaan mudateen…
Ameerikaan haaloo bahannaaf Iraaq fi Sooriyaatti haleellaa raawwachuun gabaafame
Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)- Ameerikaan ajjeefamuu loltoota ishee haaloo bahuuf Iraaq fi Sooriyaatti bakkootaa 85tti haleellaa raawwachuun gabaafame.
Tarkaanfii haaloo bahannaa…
Gamtaan Awurooppaa Yuukireeniif deeggarsa Doolaara biiliyoona 54 raggaasise
Finfinnee, Amajjii 24, 2016 (FBC)- Gamtaan Awurooppaa Yuukireeniif deeggarsa Doolaara biiliyoona 54 raggaasise.
Deeggarsichas dureewwan biyyoota miseensa gamtichaa 27 sagalee guutuun…
Ameerikaan bara Faranjootaa 2023 keessaa gurgurtaa meeshaalee waraanaa olaanaa raawwachuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Ameerikaan bara Faranjootaa 2023 keessaa gurgurtaa meeshaalee waraanaa olaanaa raawwachuu ibsameera.
Gurgurtaan meeshaalee waraanaa bara 2023 raawwatte…
Warraaksi Maawu Maawu Mootummaa Ingiliiz beenyaa Doolaara Tiriiliyoona 2.2 gaafate
Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC) – Warraaksii Maawu Maawu Keeniyaa miidhaa Mootummaan Ingiliiz waayita bittaa kolonii raawwateef beenyaa Doolaara Tiriiliyoona 2.2 gaafateera.
Fincilli…
Hizboolaan iddoolee waraana Isiraa’eel 9 haleeluu beeksise
Finfinnee, Amajjii 18, 2016 (FBC) – Gareen hidhattootaa Libaanoos Hizboolaan iddoolee waraana Isiraa’eel naannawaa daangaatti argaman 9 haleeluu beeksiseera.
Garichi Misaa’eelootaa fi…
Sosochiin Daldalaa Galaana Diimarratti gaggeeffamu % 42 hir’isuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 17, 2016 (FBC) – Haleellaa Finciltoonni Huutii raawwatan hordofee sosochiin Daldalaa Galaana Diimarratti gaggeeffamu % 42 hir’isuu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii…
Xiyyaarri hidhamtoota waraanaa Yuukireen 65 qabate kufuun gabaafame
Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Xiyyaarri Raashiyaa hidhamtoota waraanaa Yuukireen 65 qabate imalaa ture kufuun gabaafame.
Xiyyaarri qabeenyummaa isaa kan Raashiyaa ta’e kunis…