Browsing Category
Idil Addunyaa
Gamtaan Afrikaa hirmaannaa miseensummaa Gaaboon uggure
Finfinnee, Hagayya 26, 2015 (FBC)- Gamtaan Afrikaa fonqolcha mootummaa Gaaboonitti gaggeeffame hordofee biyyattii hirmaannaa miseensummaa keessaa ugguruu beeksise.
Hoggantoonni waraanaa…
Magaalaa Johaansbargitti balaa ibiddaa mudateen lubbuun namoota 60 darbe
Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) –Afrikaa Kibba Magaalaa magaalaa Johaanisbargitti balaa ibidda gamoo tokkorratti mudateen lubbuun namoota 60 darbuu dhaga’ameera.
Balichaan namoota 40 ol…
Raashiyaan qoqqobbiin Maaliirra ka’ame akka dheeratuu yaada murtoo dhiyaate mormite
Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) –Raashiyaan qoqqobbii Maaliirraa ka’aame akka dheeratuuf yaada murtoo Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniif Faransaayiin dhiyaate kufiste.
Maaliitti…
Gaaboonitti hoggantoonni waraanaa aangoo qabatan
Finfinnee, Hagayya 24, 2015 (FBC)- Gaaboonitti hoggantoonni waraanaa aangoo mootummaa qabachuu beeksisan.
Fonqolchi mootummaa gaggeeffamuun dura Koomishinii Filannoo biyyattii,…
Dirooniiwwan Yuukireen Raashiyaarratti haleellaa bal’aa raawwachuun ibsame
Finfinnee, Hagayya 24, 2015 (FBC)- Guyyaa har’a dirooniiwwan yuukireen naannoolee Raashiyaa ja’atti haleellaa bal’aa gaggeessuun gabaafame.
Buufata xiyyaaraa Magaalaa Piiskoov naannawaa…
Gamtaan Awurooppaa baay’ina miseensota isaa dabaluufi
Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC)- Gamtaan Awurooppaa baay’ina miseensota isaa dabaluuf qophii ta’uu beeksise.
Pireezidaantiin Mana Maree Gamtaa Awurooppaa Chaarlees Miisheel biyyootaa…
Pireezidaantiin Zimbaabuwee irraa deebiin filaman
Finfinnee, Hagayya 21, 2015 (FBC)- Filannoo Pireezidaantummaa Zimbaabuweetti gaggeeffameen marsaa 2ffaaf Pireezidaantiin biyyattii Emersan Minaangaaguwaan injifachuu Koomishiniin Filannoo…
Dhiyeenyatti gabaan dhiyeessii humnaa to’annoo miseensota ‘BRICS’ jala oola jedhame
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)- Gabaan dhiyeessii humnaa Addunyaa dhiyeenyaatti to’annoo biyyoota miseensota ‘BRICS’ jala akka oolu qorannoon tokko ifoomse.
Garichi dhiyeenyatti…
Raashiyaan biyyoota Lixaa waliin mari’achuuf qophii ta’uu beeksifte
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Raashiyaan biyyoota Lixaa waliin mari’achuuf qophii ta’uu Ministirri Dhimma Alaa biyyattii Sargee Laavroov beeksisaniiru.
Sargee Laavroov yaa’ii…
Hogganaan Garee Waaginar balaa xiyyaaraan du’uun mirkanaa’e
Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Hogganaan Garee Waaginar Yevgenii Piriigozhiin jaallan isaa waliin balaa xiyyaaraan du’uun miidiyaaleen gabaasaniiru.
Balaa xiyyaaraa magaalaa Moskoo…