Browsing Category
Idil Addunyaa
Isiraa’eel Ajajaa waraanaa olaanaa Hamaas ajjeesuu beeksiifte
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Waraanni Isiraa'eel haleellaa Xiyyaaraa raawwateen ajajaa olaanaa fi miseensoota Hamaas hedduu ajjeesse beeksiseera.
Haleellaa Xiyyaarraa Gaazaa…
Ameerikaan Israa’elii fi Hamaas gidduutti dhukaasni akka dhaabattuuf waamicha dhiyaate fudhatama…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Ameerikaan Israa’elii fi Hamaas gidduutti dhukaasni akka dhaabattuuf waamicha idiladdunyaa dhiyaate kan hinfudhanne ta’uu beeksiste.
Dubbii Himaan…
Iraan Giddugala Naannawaa Gaazaa ijaaruu akka barbaaddu ibsite
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC)-Iraan Giddugalaa Naannawaa Gaazaa ijaaruu akka barbaduu ibsiteetti.
Itti Aanaan Pireezidaantii Biyyattii Mohammad Mokbaar wabeeffachuun ‘Faris News’…
MM Isiraa’eel lammiileen biyyattii Waraana rakkisaa fi yeroo dheeraaf akka of qopheeesan…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee Isiraa'eel Beenjaamiin Netaaniyuun lammiileen biyyattii Waraana rakkisaa fi yeroo dheeraaf akka of qopheeesan waamicha dhiyeessan.…
Keeniyaan lammiileen Afrikaa Viizaa malee bulchiinsa ishee akka seenaan eeyyamuufi
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Keeniyaan lammiileen Afrikaa Viizaa malee bulchiinsa ishee akka seenaan eeyyamuufi ta'uu Pireezidaantiin biyyattii Wiiliyaam Ruutoon ibsan.…
Afrikaa Kibbaatti seerri maatiin yoo daa’imman barnootaatti hinergine adabsiisu ragga’e
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC)- Paarlaamaan Afrikaa Kibbaa seera barnootaa cimaadha jedhame kan yoo maatiin daa’imman isaanii mana barnootaatti hinergine hidhaan adabsiisuu…
Ameerikaan Baha Sooriyaa iddoolee filatamanitti haleellaa raawwatte
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC) – Waraanni Ameerikaa Baha Sooriyaa iddoolee filatamanitti haleellaa raawwachuu gabaafame.
Haleellichi Giddugala Hidhattootaa Iraaniin deeggarsaman…
Lolli Isiraa’eelii fi Hamaas gidduutti gaggeeffamaa jiru lubbuu lammiilee kuma 8tti hiiqanii…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC) – Lolli Isiraa’eelii fi Hamaas gidduutti gaggeeffamaa jiru itti fufuun lubbuu lammiilee hedduu galaafachaa jiraachuu gabaafameera.
Hanga ammaatti…
Raashiyaan yaalii niwukilaraa taasifte
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC)- Raashiyaan shaakalaa misaa’elaa niwukilaraa baatuu taasisuu Kireemiliin beeksifte.
Yaalichis hoggansi loltummaa Moskoo fi qophaa’ummaa humnoota…
Ameerikaa magaalaa Lewistoniitti dhukaasa banameen yoo xiqqaate namoonni 16 ajjeefaman
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC) – Ameerikaa magaalaaa Lewiston, bulchiinsa Mee'in keessatti dhukaasa banameen yoo xiqqaate namoonni 16 ajjeefamuu Poolisiin biyyattii beeksise.…