Browsing Category
Idil Addunyaa
Filannoo Turkiin injifattoota addaa baasuuf marsaa 2ffaaf sagaleen akka kennamu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC)- Filannoo Pireezidaantummaa Turkiin morkattoonni sagalee isaan injifachiisuu waan hinarganneef maraa 2ffaaf adeemsa sagalee kennuutti ce’uun gabaafame.…
Turkitti filannoon Pireezidaantummaa fi Paarlaamaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Turkitti Filannoon pireezidaantummaa fi paarlaamaa gaggeeffamaa jira.
Lammiileen miiliyoonni 64.1 ol sagalee laachuuf galmaa'uu isaanii eerameera.…
Doonaald Tiraampi ol iyyaannoo gaafatan
Finfinnee, Caamsaa 4, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa duraanii Doonaald Tiraampi haleellaa Koorniyaa raawwatan jechuun adabbii Doolaara miiliyoona 5 akka kaffalan itti murtaa’erratti…
Pireezidaant Eerdoohaan hojjettoota mootummaaf daballii miindaa %45 taasisan
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Turki Reesiip Xaayip Eerdoohaan hojjettoota mootummaaf daballii miindaa %45 taasisuu beeksisan.
Pireezidaan Eerdoohaan daballii kana kan…
Peentaagoon Yuukreeniif deeggarsa Doolaara biiliyoona 1.2 taasiifte
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015 (FBC) – Ministeerri Ittisaa Ameerikaa Yukreeniif deeggarsa waraanaa Doolaara biiliyoona 1.2 taasisuu beeksise.
Deeggarsichi Raayyaa Ittisaa Yuukreen cimsuuf…
MM Paakiistaan duraanii Imraan Kaan to’annoo jala oolan
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa Paakiistaan duraanii Imraan Poolisiin to’annoo jala oolaniiru.
Imraan Kaan yakka Malaammaltummaan shakkamuun Mana Murtiif…
Raashiyaan guyyaa Injifannoo ishee waggaa 78ffaa kabajaa jirti
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Raashiyaan waraana addunyaa 2ffaarratti guyyaa Naazii Jarman itti injifatte waggaa 78ffaa kabajaa jiraachuu ibsameera.
Guyyaa injifannoo Addabaabayii…
Teeksaasitti dhukaasa giddugala gabaa keessatti banameen namoonni 8 ajjeefamuu ibsame
Finfinnee, Eebla 30, 2015 (FBC) – Ameerikaa kutaa Buclhiinsa Teeksaas giddu gala gabaa keessatti dhukaasa banameen yoo xiqaate namoonni 8 ajjeefamuu Poolisiin ibseera.
Namoonni 7 ammoo…
Ajaay Baangaan Pireezidaantii Baankii Addunyaa ta’uun filataman
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Dhalataan Hindii lammiin Ameerikaa Ajaay Baangaan Pireezidaantii Baankii Addunyaa ta’uun filatamaniiru.
Ogeessi Faayinaansii fi Invastimantii duraanii…
Mooskoon Dirooniwwan Yuukreen lama naannawaa Kireemiliin balali’aa turan haleeluu beeksifte
Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Mooskoon Dirooniwwan Yuukreen lama naannawaa teessoo mootummaa Raashiyaa balali’aa turan haleeluun kuffisuu beeksifteerti.
Dirooniwwan kunneen magaala…