Browsing Category
Idil Addunyaa
Gamtaan Awurooppaa baay’ina miseensota isaa dabaluufi
Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC)- Gamtaan Awurooppaa baay’ina miseensota isaa dabaluuf qophii ta’uu beeksise.
Pireezidaantiin Mana Maree Gamtaa Awurooppaa Chaarlees Miisheel biyyootaa…
Pireezidaantiin Zimbaabuwee irraa deebiin filaman
Finfinnee, Hagayya 21, 2015 (FBC)- Filannoo Pireezidaantummaa Zimbaabuweetti gaggeeffameen marsaa 2ffaaf Pireezidaantiin biyyattii Emersan Minaangaaguwaan injifachuu Koomishiniin Filannoo…
Dhiyeenyatti gabaan dhiyeessii humnaa to’annoo miseensota ‘BRICS’ jala oola jedhame
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)- Gabaan dhiyeessii humnaa Addunyaa dhiyeenyaatti to’annoo biyyoota miseensota ‘BRICS’ jala akka oolu qorannoon tokko ifoomse.
Garichi dhiyeenyatti…
Raashiyaan biyyoota Lixaa waliin mari’achuuf qophii ta’uu beeksifte
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Raashiyaan biyyoota Lixaa waliin mari’achuuf qophii ta’uu Ministirri Dhimma Alaa biyyattii Sargee Laavroov beeksisaniiru.
Sargee Laavroov yaa’ii…
Hogganaan Garee Waaginar balaa xiyyaaraan du’uun mirkanaa’e
Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Hogganaan Garee Waaginar Yevgenii Piriigozhiin jaallan isaa waliin balaa xiyyaaraan du’uun miidiyaaleen gabaasaniiru.
Balaa xiyyaaraa magaalaa Moskoo…
Xiyyaari dursaan Waaginar keessa turan caccabuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) –Xiyyaarri hogganaan waraana miindaa guddaan qacaramee lolu 'Waaginar' Piriigoozhin keessa tura kufaa caccabuu ibsameera.
Xiyyaara har'a Kaaba Mooskootti…
Balaa ibiddaa Kaanaadaatti mudateen jiraattoonni kumni 30 ol buqqa’uun ibsame
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Balaa Ibiddaa Kaanaadaatti mudateen jiraattoonni kumni 30 ol qa’eef qabeenyaa isaaniirraa buqqa’uu ibsameera.
Balaan Ibiddaa kun kutaa biyyattii hedduu…
“BRICS” caalmaatti akka cimu Pireezidaanti Shii Jiinpiinga waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Sirna idil addunyaa haqa qabeessa ta’e dhugoomsuuf lakkoofsi biyyoota miseensa“BRICS” dabaluu fi caalmaatti cimuu akka qabu Pireezidaantiin Chaayinaa Shii…
Shii Jiin Piing yaa’ii BRICS 15ffaarratti hirmaachuuf Afrikaa Kibbaa galan
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiin Piing yaa’ii hoggantoota ‘BRICS’ 15ffaarratti hirmaachuuf Afrikaa Kibbaa galaniiru.
Pireezidaantichi wayita…
Gamtaan Afrikaa Niijeeriin hirmaannaa miseensummaarraa uggure
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Gamtaan Afrikaa bara Faranjootaa Adoolessa 26, 2023 fonqolcha Mootummaa Niijeeritti gaggeeffame hordofee biyyattiin sochiiwwan hundarratti akka…