Browsing Category
Idil Addunyaa
Chaayinaan lammiilee ishee Sudaan keessaa baasuu eegalte
Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC)- Chaayinaan lammiilee ishee Sudaan keessaa baasuu eegaluu Ministeerri Dhimma Alaa Chaayinaa beeksise.
Walitti bu’iinsa humnoota Sudaan gidduutti uumame…
Biyyoonni garaagaraa dippiloomaatota isaanii Sudaanii baasuufi
Finfinnee, Eebla 14, 2015 (FBC)-Biyyoonni garaagaraa dippiloomaatotaa fi lammiilee isaanii Sudaanii baasuuf qophiin taasifamaa jiraachuun ibsame.
Ajajaan Humna Waraanaa Sudaan Jeneraal…
Lolli Sudaan jabaatee itti fufuu hordofee dippilomaatonnifi lammiileen biyyoota biroo biyyattii…
Finfinnee, Eebla 14, 2015 (FBC) – Lolli Sudaan jabaatee itti fufuu hordofee dippilomaatonnifi lammiileen biyyoota biroo geejjiba qilleensan biyyattii bahaa jiraachuu Humni Waraana Sudaan…
Waraanni Sudaan hanga ammaatti lubbuu lammiilee nagaa 300 caalu galaafate
Finfinnee, Eebla 13, 2015 (FBC) –Waldhabdeen Sudaan keessatti mudate hanga ammaatti lubbuu lammiilee nagaa 300 caalu galaafachuu ibsame.
Lammiilee Sudaan qofa osoo hin taane…
Sudaan waliigaltee dhukaasa dhaabuurraa geessullee lolli itti fufeera
Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC)- Sudaan waliigaltee dhukaasa dhaabuurra geessullee lolli itti fufuun gabaafame.
Hawaasni Idil Addunyaa gidduu seenuun jaarsummaa erga taa’ee waliigalteen…
Waraanni Sudaaniifi humni addaa biyyattii sa’aatii 24’f dhukaasa dhaabuu labsan
Finfinnee, Eebla 10 ,2015 9FBC)- Waraanni Sudaaniifi humni addaa‘Rapid Support Forces’ biyyattii sa’aatii 24 keessatti hojiirra kan oolu waliigaltee dhukaasa dhaabuu labsuun gabaafame.…
Walitti bu’iinsa Sudaan keessatti uumameen lakkoofsi namoota du’anii 185 caaluu ibsame
Finfinnee, Eebla 10, 2015 (FBC) – Walitti bu’iinsa Sudaan keessatti humnoota addaa ‘Rapid Support Forces’ jedhamuu fi humna ittisaa biyyattii gidduutti uumameen lakkoofsi namoota…
Walitti bu’iinsi Sudaan keessatti uumame itti fufuu ibsame
Finfinnee, Eebla 9, 2015 (FBC) – Walitti bu’iinsi Sudaan keessatti uumame babal'achaa jiraachuu ibsameera.
Hanga ammaattis namoonni nagaa 100 ol ta’an ajjeefamuu himameera.
Lola Sudaan…
Manni Maree Tikaa fi Nageenyaa Gamtaa Afrikaa haala Sudaanirratti marii eegale
Finfinnee, Eebla 8, 2015 (FBC)-Manni Maree Tikaa fi Nageenyaa Gamtaa Afrikaa haala yeroo Sudaanirratti Finfinneetti mari’achuu eegaleera.
Marichis galma Gamtaa Afrikaatti gaggeeffamaa kan…
Pireezidaanti Luulaa Daa Siilvaan gahee Garmalee Doolaarri Ameerikaa Diinagdee Addunyaa keessatti…
Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Biraaziil Luulaa Daa Siilvaan gahee garmalee Doolaarri Ameerikaa Diinagdee Addunyaa keessatti qabu qeeqaniiru.
Pireezidaanti Luulaa Daa…