Browsing Category
Idil Addunyaa
Ittaanaan Pireezidaantii Taayiwaan Ameerikaa galuun Chaayinaa dheekkamsiise
Finfinnee, Hagayya 7, 2015(FBC)- Ittaanaan Pireezidaantii Taayiwaan Wiiliyaam Leey Ameerikaa galuun Chaayinaa dheekkamsiisuun gabaafame.
Ministirri Dhimma Alaa Chaayinaa dhimmicha…
Balaa Ibiddaa Ameerikaa bulchiinsa Hawaayitti muudateen lakkoofsi namoota du’anii 67 ga’e
Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Balaa Ibiddaa Ameerikaa bulchiinsa Hawaayitti muudateen lakkoofsi namoota du’anii 67 ga’uu gabaafameera.
Balaa Ibiddaa kanaan lubbuun namoota 67 yoo…
Bosona Amaazoon manca’iinsarraa bararuuf waliigaluu n hindanda’ame
Finfinnee, Hagayya 5, 2015 (FBC)- Biyyooni Ameerikaa Kibbaa Biraazilitti walga’ii gaggeessaniin balaaf kan saaxilamaa kan ta’e Bosona Amaazoon manca’iinsarraa baraaruuf galma waloorratti…
Biyyoonni miseensota IGAD weerara Awwaannisaa waloon akka to’atan waamichi dhiyeete
Finfinnee, Hagayya 5, 2015 (FBC)- Biyyoonni miseensota Dhaabbata Misooma Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) weerara Awwaannisaa waloon akka to’atan Manni Maree Ministirootaa dhaabbatichaa…
Bidiruun dhidhimuun lubbuun namoota 41 darbe
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Odola Xaaliyaanii Laampeeduusaatti Bidiruun dhidhimuun lubbuun Godaantoota 41 darbuu ibsameera.
Bidiruun godaandoota feetee Tuuniziyaa Sifaaksii ka’uun…
Raashiyaa fi Kooriyaan Kibbaa Ugaandaatti madda Anniisaa Niwukilaraa ijaaruufi
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Raashiyaa fi Kooriyaan Kibbaa Ugaandaatti madda Anniisaa Niwukilaraa ijaaruu eegaluuf ta’uu Pireezidaantiin biyyattii Yuuweerii Muuseeveeniin beeksisan.…
Hindi Walitti bu’iinsa Yuukreeniif furmaanni hunda galeessi akka laatame gaaffatte
Finfinnee, Hagayya1, 2015 (FBC) – Hindiin waldhabdee Yuukreen keessatti uumameef furmaanni hunda galeessi akka kennamu gaafatteerti.
Hindi walga’ii Saa’ud Arabiyaatti gaggeeffamerratti…
Imraan Kahaan hidhaan waggaa sadii itti murtaa’e
Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa Duraanii Paakistaan Imraan Kahaan yakkaa malaammaltummaa raawwatan jedhamuun walqabatee hidhaan waggaa sadii itti murtaa’eera.…
Beejiingitti waggoota 140 keessatti mudatee kan hinbeekne roobni olaanaan roobe
Finfinnee, Adoolessa 26, 2015 (FBC)- Chaayinaa Beejiingitti bara Faranjootaa Adoolessa 29 hanga Hagayya 2, 2023’tti waggoota 140 keessatti mudatee kan hinbeknee roobni olaanaan roobuun…
Humnoonni Sudaan lameen waraana akka dhaaban Saa’uud Arabiyaan waamichaa dhiyeessite
Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Ministirri Alaa Saa’uud Araabiyaa Faayisal Biin Farhaan Sa’uudu humnoonni Sudaan keessatti walwaraanan lameen walitti bu’iinsa dhaabuun biyyatti…