Browsing Category
Idil Addunyaa
Pireezidaanti Joo Baayidan Pireezidaanti Shii Jiinpiing waliin mari’achuufi
Finfinne,Sadaasa 2 ,2015 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan Pireezidaantii Chaayinaa Shii Jiinpiing waliin mari’achuuf ta’uu ibsame.
Pireezidaantoonni lameen yeroo jalqabaaf…
Gamtaan Awurooppaa Doolaara biiliyoona 18 Yuukreenif liqaan kennuufi
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa Doolaara biiliyoona 18 Yuukreeniif liqaa yeroo dheeraan kennuuf karoorfachuu beeksiise.
Liqaan laatamuuf karoorfame kun waggoota 35…
Ameerikaafi Raashiyaan oomisha Niwukilaraa hir’isuuf marii eegaluufi
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC)- Ameerikaafi Raashiyaan oomisha meeshaalee niwukilaraa hir’isuuf marii eegaluuf ta’uu gabaafame.
Dippiloomaatonni biyyoota lameenii dhimmicharratti…
Kooriyaan Kaabaa Raashiyaaf deeggarsa meeshaa waraanaa hin taasifne jechuun haalte
Finfinnee, Onkololeessa 29,2015 (FBC)- Kooriyaan Kaabaa Raashiyaaf deeggarsa meeshaa waraanaa kan hin taasifne ta’uu beeksifte.
Himannaa Ameerikaan biyyattiin Raashiyaaf deeggarsa…
Wiiliyaam Ruutoon waliigalteewwan jijjiirama qabeenya qilleensarratti mallatteeffaman hojiitti akka…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Afrikaatti waliigalteewwan jijjiirama qabeenya qilleensarratti mallatteeffaman hojiitti akka hiikaman…
Xiyyaarri imaltootaa Taanzaaniyaa Haroo Viktooriyaa keessatti kufe
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)- Imaltoota fe’ee kan balali’aa ture xiyyaarri imaltootaa Taanzaaniyaa haroo Viktooyiraa keessatti kufuun gabaafame.
Xiyyaara imaltootaa…
Kooriyaan Kaabaa Misaa’eeloota Baalaastiikaa 4 gara Kooriyaa Kibbaatti furgugsite
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa Misaa'eeloota Baalaastiikaa fageenya dhiyoo imalan 4 gara kutaa bulchiinsa Kooriyaa Kibbaatti furgugsiteerti.
Shaakala humna…
Ameerikaan kuufama deeggarsa Yuukireeniif taasiftuu ifoomsite
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC)-Ameerikaan diroonii fi taankii dabalatee kuufama deeggarsa loltummaa Yuuroo miiliyoona 400 Yuukireeniif taasiftuu ifoomsite.
Waajjirri Ittisaa…
Filannoo Israa’eliin Beeniyaamiin Neetaaniyaahuun injifatan
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) – Filannoo Israa’eliitti gaggeeffameen Beeniyaamiin Neetaaniyaahuun injifachuu gabaafame.
Komishiniin Giddugala Filannoo biyyattii bu’aa filannoo…
Kooriyaan Kaabaa Miisaa’ela Baalaastikii ardii qaxxaamuru 7ffaa furguggisiifte
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015(FBC)- Kooriyaan Kaabaa Miisaa’ela Baalaastikii ardii qaxxaamuru yeroo 7ffaaf furguggisiisuu gabaafame.
Biyyattiin yeroo dhiyoottis yaalii meeshaa…