Browsing Category
Idil Addunyaa
Raashii Sunaak Muummee Ministiraa Ingiliz akka ta’an mirkanaa’e
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015 (FBC)– Raashii Sunaak sagalee Muummee Ministiraa isaan taasisuu danda’u argatan.
Sunaak Paarlaamaa Ingiliziin sagalee walakkaa ol argachuun, morkataa…
Mariin jijjiirama qabeenya qilleensaarratti xiyyeeffate Jibuutiitti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015(FBC)- Mariin jijjiirama qabeenya qilleensaarratti xiyyeeffate Jibuutiitti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Maricharratti Ityoophiyaan bakka bu’uun jilli…
Pireezidaant Shii Jiipiing yeroo 3ffaaf filataman
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiipiing yeroo 3ffaaf filannoo Pireezidaantummaa biyyattiin filatamaniiru.
Yeroo 3ffaaf irra deebiin filatamuu…
Hoggantoonni Gamtaa Awurooppaa fooyyessa gatii boba’aarratti osoo walii hin galiin hafan
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015(FBC)- Yaa’ii hoggantoota Gamtaa Awurooppaa Beeljiyeem magaalaa Biraasalsitti gaggeeffameen hoggantoonni gamtichaa fooyyessa gatii boba’aarratti osoo walii…
Iraan aanga’ootaa fi dhaabbilee Ingilizirraa qoqqoobbii keesse
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC) – Iraan aanga’ootaa fi dhaabbilee Ingiliz Shororkeessitoota deeggaran jechuun qoqqoobbii irra keesseerti.
Ministeerri Dhimma Alaa Iraan dhaabbilee…
Muummeen Ministiraa Ingiliz Liiz Tirees aangoo gadi lakkisan
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC)–Dhiyeenya kan filaman Muummeen Ministiraa Ingiliz Liiz Tirees aangoo gadi lakkisan.
Liiz Tirees guyyoota 44 dura Muummee Ministiraa Ingiliz ta’uun…
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii xiyyaarota nam-maleeyyii waraanaaf oolan garee qoratu nan erga…
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC)–Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii waraana Yuukireeniif xiyyaarota nam-maleeyyii faayidaarra oolan garee qoratu nan erga jechuun fudhatama hinqabu…
Israa’el deeggarsa meeshaa waraanaa Yuukreeniif kan hin taasisne ta’uu beeksifte
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Israa’el deeggarsa meeshaa waraanaa Yuukreeniif kan hin taasisne ta’uu beeksisuu gabaafame.
Ministirri Ministeera Haqaa Israa’el Geediyoon Saa’ar…
Ameerikaan kuusaa boba’aashee irraa baarmeela miiliyoona 15 gabaaf dhiyeessuuf ta’uu gabaafame
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Ameerikaan kuusaa boba’aashee irraa baarmeela miiliyoona 15 gabaaf dhiyeessuuf ta’uu gabaafameera.
Biyyoonni boba’aa oomishaniifi ergan hanga…
Raashiyaa fi Yuukreen hidhamtoota lakkoofsaan hedduu ta’an wal jijjiiran
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) – Raashiyaa fi Yuukreen hidhamtoota lakkoofsaan hedduu ta’an wal jijjiiruu isaanii beeksiisan.
Raashiyaan Loltoota dubartootaa Yuukreen 108 yoo gadi…