Browsing Category
Idil Addunyaa
Biyyoonni boba’aa oomishan oomisha boba’aa hir’isuuf waliigalan
Finfinnee, Fulbaana 26, 2015(FBC)- Biyyoonni miseensa biyyoota boba’aa oomishaniifi erganii( OPEC) oomisha boba’aa hir’isuuf waliigaluu gabaafame.
Biyyoonni kunneen oomisha boba’aa…
Kooriyaan Kaabaa Misaa’eloota baalistikii dabalataa furguggiste
Finfinnee, Fulbaana 26, 2015(FBC)- Kooriyaan Kaabaa guyyaa har’aa Misaa’eloota baalistikii fageenya gabaabaa 2 furguggiste.
Biyyattiin misaa’eloota kanneen kan furguggisiiste Ameerikaan…
Bulchiinsoonni Yukreen 4 ifatti Raashiyaatti makaman
Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Viilaadmiir Putiin bulchiinsoonni Yukreen 4 Raashiyaatti makamuuf kan isaan dandeessisu waliigaltee xumuraa mallatteessan.…
Ameerikaatti lakkoofsi namoota “Honboboleettii Iyyaan” jedhamuun lubbuu isaanii dhaban…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) – Ameerikaatti Kibxata darbee eegalee lakkoofsi namoota " Honboboleettii Iyyaan" jedhamuun lubbuu isaanii dhaban 109 qaqqabuu ibsameera.
Namoota lubbuu…
Paarlaamaan Raashiyaa Bulchiinsoota Yuukreen duraanii 4 Qaama Raashiyaa taasiisuun fudhate
Finfinnee, Fulbaana 24, 2015 (FBC) – Paarlaamaan Raashiyaa Bulchiinsoota Yuukreen duraanii 4 Qaama Federeeshinii Raashiyaa akka ta’an mirkaneesseera.
Manni Marichaa erga Pireezidaantiin…
Kooriyaan Kaabaa naannoo Qilleensaa Jaappaanirratti Misaa’eela Baalaastikaa furgugsite
Finfinnee, Fulbaana 24, 2015 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa naannoo Qilleensaa Jaappaanirratti Misaa’eela Baalaastikaa furgugsuu ibsame.
Misaa’eelichi Kiiloo Meetira kuma 4 fi 500 ol imaluun…
Tattaaffii IGAD naannawichatti nageenya mirkaneessuuf taasisu biyyoonni miseensa isaa deeggarsa…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC)- Tattaaffii IGAD naannawichatti nageenya mirkaneessuuf taasisu biyyoonni miseensa isaa deeggarsa taasisan cimsuu qabu jedhan Jibuutiitti Ambaasaaddarri…
Hogganaa olaanaa Alshabaab kan ta’e Abdullaahii Yaareen ajjeefame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC) – Hogganaa olaanaa Alshabaab kan ta’e Abdullaahii Yaareen haleellaa Dirooniin ajjeefamuu Mootummaan Somaaliyaa beeksiise.
Hundeessaa garichaa ta’uun…
Indooneezhiyaatti walitti bu’iinsa dirree kubbaa miilaa keessatti uumameen lubbuun namoota 174 darbe
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Indooneezhiyaatti walitti bu’iinsa dirree kubbaa miilaa keessatti uumameen lubbuun namoota 174 darbuu gabaafame.
Biyyattiitti walitti bu’iinsa…
Qaala’iinsa gatii idil addunyaa dandamachiisuuf furmaata bu’uura barbaachisa jedhame
Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Qaala’iinsa gatii idil addunyaa dandamachiisuufi guddina itti fufsiisuuf furmaanni bu’uura kan barbaachisu ta’uu hogganaan Dhaabbata Daldalaa Addunyaa…