Browsing Category
Idil Addunyaa
Afrikaa “Guuboo Daabboo Addunyaa” taasisuuf Doolaarri biiliyoonni 10 ramadame
Finfinnee, Amajjii 19, 2015 (FBC)- Giruuppiin Baankii Misoomaa Afrikaa waggoottan 10’n dhufan Ardii Afrikaa “Guuboo Daabboo Addunyaa” taasisuuf Doolaara biiliyoona 10 ramade.
Baankichi…
Riippaabilika Dimookiraatawaa Koongootti dooniin cabuun namoonni 145 achi buuteen isaanii dhabame
Finfinnee, Amajjii 12, 2015(FBC)- Riippaabilika Dimookiraatawaa Koongoo laga Luuloong irratti dooniin cabuun namoonni 145 achi buuteen isaanii dhabamuu gabaafame.
Ka’umsi balichaa …
Baay’inni ummata Chaayinaa waggoota 60 as yeroo jalqabaaf hir’achuun gabaafame
Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC)- Baay’inni ummata Chaayinaa erga bara 1961 as yeroo jalqabaaf hir’achuun gabaafame.
Biyyattiin seenaa ishee keessatti sodaa beelaa hammaataa imaammataa…
Neeppaalitti xiyyaarri kufuun lubbuun namoota 40 darbe
Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Giddugaleessa Neeppaalitti balaa xiyyaarri kufuun mudateen yoo xiqqaate lubbuun namoota 40 darbuun gabaafame.
Imaltoota 72 qabatee Kaatimaanduurraa gara…
Pireezidaanti Baayidan Kaaliifoorniyaatti labsii yeroo ariifachiisaa labsan
Finfinnee, Amajjii 2, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan Obomboleettii cimaa Rooba makeen Bulchiinsa Kaaliifoorniyaa muudate hordofee labsii yeroo ariifachiisaa labsaniiru.…
Chaayinaan dhiyeenya Taayiwaanitti shaakala loltummaa gaggeessuu gabaafame
Amajjii 1, 2015(FBC)- Chaayinaan dhiyeenya Taayiwaanitti shaakala loltummaa dabalataa gaggeessuu beeksiste.
Beejiing yeroo baatii tokko hin guunne keessatti kan ammaa dabalatee dhiyeenya…
Chaayinaan sababa Koronaan uggura imala biyya alaa keessee turte kaaste
Finfinnee, Mudde 30, 2015(FBC)- Chaayinaan Sababa weerara Vaayirasii Koronaan imala biyyaa alaa uggurtee turte kaasuun gabaafame.
Kana booda imaltoonni biyya alaa gara Chaayinaatti imalan…
Hordoftoonni amantaa kiristiyaanaa addunyaa garaagaraarraatti argaman ayyaana Qillee kabajaa jiru
Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Hordoftoonni amantaa kiristiyaanaa addunyaa garaagaraarratti ayyaana Qillee sirna hoo'aa ta'een kabajaa jiraachuu ibsameera.
Hirdoftoonni Amantaa…
Israa’el dhiibbaa humnoota alaaf osoo hin jilbeenfatiin faayidaa biyyaalessaa ishee ni kabachiifti-…
Finfinnee, Mudde 27, 2015 (FBC) – Israa’el dhiibbaa humnoota alaaf osoo hin jilbeenfatiin faayidaa biyyaalessaa ishee ni kabachiifti jedhan Muummeen Ministiraa biyyattii Beenjaamiin…
Biyyoonni Addunyaa garaagaraa waggaa haaraa 2023 simachaa jiru
Finfinnee, Mudde 22, 2015(FBC)- Biyyoonni Addunyaa garaagaraa waggaa haaraa 2023 simachuu eegalaniiru.
Bifuma kanaan Odolli giddugala Paasifikiitti argamtu Kiriitiimaatiin biyyoota yeroo…