Browsing Category
Idil Addunyaa
Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo kaabinee haaraa hundeessan
Finfinnee, Fulbaana 18, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo kaabinee haaraa miseensota 22 of keessa qabu hundeessaniiru.
Erga gara aangootti dhufanii torban lama kan…
Bulchiinsonni afur Raashiyaatti dabalamuuf murteeffatan
Finfinnee, Fulbaana 18, 2015 (FBC) – Dooneskii, Luhaaniskii, Keersoon fi Yuukireen kibbatti kan argamtu Zaamporoozhiyaan gara Raashiyaatti dabalamuu akka barbaadan riifirandamii…
Sooriyaatti kooleeraan mudate
Finfinnee, Fulbaana 16, 2015 (FBC) – Sooriyaa kutaalee garaagaraatti Dhibeen kooleeraa mudachuun lubbuun namoota 29 darbuun eerame.
Akka Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Sooriyaatti…
Kooriyaan Kaabaa misaa’ela baalaastikii dhukaaste
Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Kooriyaan Kaabaa guyyaa har’aa misaa’elaa baalastikii fageenya gabaabaa gara galaanaatti dhukaasuun gabaafame.
Piyoongyaang, Ameerikaa fi Kooriyaan…
Dhibee HIV,Darannoo Sombaa fi Busaa ittisuuf Doolaarri biiliyoonni 14 ol walitti qabame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC) – Fandiin Giloobaal Dhibee HIV,Darannoo Sombaa fi Busaa ittisuuf Doolaara biiliyoona 14 ol walitti qabuu beeksiise.
Maallaqni walitti qabamuuf…
Addunyaarraa namoonni miiliyoonni 50 ol rakkoo beela hamaaf saaxilamuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC)- Addunyaarraa namoonni miiliyoonni 50 ol rakkoo beela hamaaf saaxilamuu Sagantaan Nyaata Addunyaa beeksise.
Yeroo ammaa rakkichi mana lammiilee…
Moozaambiikiifi Taanzaaniyaan Shororkeessummaarratti duuluuf waliigalan
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015(FBC)- Moozaambiikiifi Taanzaaniyaan waliigaltee Shororkeessummaarratti duuluuf isaan dandeessisu waliif mallatteessaniiru.
Hoggantoonni biyyoota lameenii…
Biyyoonni Lixaa Raashiyaa qoqqooduu barbaadu – Pireezdaanti Putiin
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Biyyoonni Lixaa Raashiyaa qoqqooduuf yaada qabaachuu Pireezdaantiin biyyattii Vilaadmiir Putiin ibsan.
Biyyoonni Lixaa yeroo ammaa Raashiyaarratti…
Raashiyaan waraana eeggataa ishee kuma dhibba 3f waamicha taasiisuufi
Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) – Raashiyaan waraana eeggataa ishee kuma dhibba 3f waamicha taasiisuuf ta’uu Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa Sargee Shooyguun ibsan.…
Hawaasni addunyaa Afrikaa “Waraana Ololaa” biroo keessa akka hingalchine gaafatame
Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Seeneegaalii Fi Dura Taa’aan Gamtaa Afriikaa Maakii Saal hawaasni addunyaa Afrikaa “Waraana Ololaa” biroo keessa akka hingalchine…