Browsing Category
Idil Addunyaa
Phaaphaasiin Waliigalaa duraanii mana amanataa Kaatoolikii Beeneediikt 16ffaan boqotan
Finfinnee, Mudde 23- Phaaphaasiin Waliigalaa duraanii mana amanataa Kaatoolikii Beeneediikt 16ffaan addunyaa kanarraa du’aan boqotan.
Beeneedikt 16ffaan umriisaanii waggaa 95’tti guyyaa…
Kooriyaan kaabaa Naannawaa Galaana Jaappaanitti miisaa’ela furguggiste
Finfinnee, Mudde 22, 2015(FBC)- Kooriyaan Kaabaa Naannaawaa Galaana Jaappaanitti miisaa’eloota sadii furguggisuu gabaafame.
Miisaa’eloonni kunneen Kibba Piyoongiyaang naannoo…
Ameerikaatti qorri waqtii gannaa hammaachuun lubbuun namoota 12 darbe
Finfinnee, Mudde 15, 2015(FBC)- Ameerikaatti qorri waqtii gannaa hammaachuun lubbuun namoota 12 darbuu gabaafame.
Biyyattii bakkeewwan tokko tokkotti hangi qorraa digirii seentigireedii 0…
Biriitaaniyaan Gamtaa Awurooppaan adda bahuu isheen Yuuroo biiliyoona 33 dhabde
Finfinnee, Mudde 14, 2015 (FBC) - Biriitaaniyaan Gamtaa Awurooppaan adda bahuu isheen Yuuroo biiliyoona 33 dhabuu ishee qorannoon ifoomse.
Biriitaaniyaan Gamtaa Awurooppaan adda bahuun…
Shaampiyoonaa Waancaa Addunyaa 22ffaa garee Biyyaalessa Arjentiinaaf simannaa hoo’aan taasiifame
Finfinnee, Mudde 11, 2015 (FBC) – Magaalaa Boonas Ayirasitti Shaampiyoonaa Waancaa Addunyaa 22ffaa garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Arjentiinaaf simannaa hoo’aan taasiifameera.…
Kooriyaan Kaabaa misaayila baalaastikii Jaappaanitti furgugiste
Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)- Kooriyaan Kaabaa misaayila baalaastikii lama guyyaa har’aa gara Jaappaanitti furguggisuun gabaafame.
Piyoongiyaangi misaayilaa kana kan furguggiste…
Ameerikaan meeshaalee Chaayinaa dhorka irra keessee turteef eeyyama laachuufi
Finfinnee, Mudde 6, 2015 (FBC) – Ameerikaan meeshaalee Chaayinaa gara biyya ishee akka hin seenne dhorkitee turteef eeyyama laachuuf ta’uu ibsame.
Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan…
Kinshaasaatti Rooba cimaa Roobeen lubbuun namoota 120 olii darbe
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC) – Magaalaa Guddittii Riipaablika Diimookiraatawaa Koongoo Kinshaasaatti Rooba cimaa Roobeen lubbuun namoota 120 olii darbuu ibsameera.
Rooba cimaa Roobe…
DhMG baalaawwan tasaaf deebii kennuuf hanga ammaatti Doolaara miiliyoona 409 walitti qabuu beeksise
Finfinnee, Muddee 3, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii fandii deebii baalaawwan tasaa fi tilmaamamoof biyyoota saaxilaman deeggarsaan qaqqabuuf hanga ammaatti Doolaara…
Pireezidaanti Putiin gita isaanii Turkii Eerdoohaan waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 2, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin gita isaanii Turkii Reesiip Xaayib Eerdoohaan waliin dhimmoota hariiroo waloorratti bilbilaan mari'ataniiru.…