Ispoortii
Midira Gannat Shiree 1 – 1 Hadiyyaa Hoosaa’iinaa
Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 34ffaa har'a taphatameen Midira Gannat Shireen Hadiyyaa Hoosaa’inaa waliin qabxii qoodate.
Taphni har’a waaree booda sa’aatii 9:00 eegalee Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaatti taphatame kun galchii 1 qixa xumurameera.…
Read More...
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) - Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 34ffaan har'a taphoonni 4 ni taphatamu.
Waaree booda sa'aatii 7:00 eegalee Istaadiyeemii Finfinneetti Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Itiyoo…
Bunni Sidaamaa xumura waancaa Itiyoophiyaaf darbe
Finfinnee, Caamsaa 18, 2018 (FMC)- Bunni Sidaamaa Itiyoophiyaa Madin injifachuun tapha xumuraa Waancaa Itiyoophiyaaf darbeera.
Tapha sa'aatii 9 irraa eegalee istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taphatameen sa'aatii idileetti 2fi 2'n qixa…
AC Miilaan leenjisaa Maasii Miiliyaanoo Aleegiriin waliin gargar bahe
Finfinnee, Caamsaa 17, 2018 (FMC) – Kilabni Xaaliyaanii AC Miilaan leenjisaa kilabichaa Maasii Miiliyaanoo Aleegiriin waliin gargar baheera.
Miilaan tapha xumuraa Seeriyaa A bara kanaan Kaagiliiyaariin galchii 2 fi 1’n injifatamuu…
Taphni Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2025/26 xumurame
Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC) - Taphni Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2025/26 shaampiyoonummaa Arsenaaliin xumurameera.
Arsenaal taphoota 38 taphateen taphoota 26 injifachuun, taphoota 7 qixa bahuun, taphoota 5 injifatamee qabxii…
Har’i Guyyaa Arseenaal Waancaa isaa harka galfatuudha…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC)- Waggootta 22 booda Shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Ingiliiz kan ta’e Arseenaal har’a Waancaa isaa fudhata.
Arsenaal waggoota dorgommii sadan darban walitti aansuun liigicharraa sadarkaa 2ffaa kan xumure…
Itiyoophiyaan Waancaa Addunyaan ala taate
Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Umurii 17 gadii Waancaa Addunyaan ala ta'e.
Tapha mo'anii darbuu har'a taphatameen Itiyoophiyaan rukkuttaa adda bahiinsaan Moozaambiikiin injifatamuun…