Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Waancaa Addunyaa 23ffaa…

Finfinnee,Waxabajjii 15, 2018 (FMC) – Waancaan Addunyaa 23ffaan Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon waloon qopheessan erga eegalee har’a guyyaa 12ffaa isaati. Hanga ammaatti taphoonni 40 taphatamaniiru. Galchiiwwan 121 gareewwan faallaarratti galaniiru. Kana jechuun tapha tokkorratti giddugalessaan galchiiwwan 3.03 galaa jiru akka jechuuti.…
Read More...

Tuuniziyaa 0 – 4 Jaappaan

Finfinnee,Waxabajjii 14, 2018 (FMC) – Tapha Waancaa Addunyaa 23ffaa ganama kana taphatameen Jaappaan Tuuniziyaa injifatte. Tapha ganama kana sa’aatii 1:00 eegalee taphatameen Jaappaan galchii 4 fi 0’n Tuuniziyaa injifatteerti. Kana…

Tapha Jaraman fi Kootdiivaar…

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2018(FMC)- Tapha waancaa Addunyaa ramaddii 2ffaan taphni Jarman fi Kootdiivaar haalaan eegama. Taphichi Kaanaadaa Istaadiyeemii Tooroontootti galgala sa’aatii 5:00 irraa eegalee kan taphatamu yoo ta’u, gareen…