Ispoortii
Dambi Doolloon Shaampiyoonaa ta’e
Finfinnee, Ebla 23, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Oromiyaa bara 2017 Shaampiyoonummaa Dambi Doolloon goolabame.
Tapha xumuraa har’a taphatameen Dambi Doolloon galchi 3 fi 1'n Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa injifachuun Shaampiyoonaa ta’e.
Piriimeer Liigii Oromiyaa Marsaa jalqabaan Sadarkaa 9ffaarra kan ture Kilabiin Bulchiinsa…
Read More...
Gullisoon Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaaf darbe
Finfinnee, Ebla 22, 2017 (FMC) –Kilabiin Bulchiinsa Magaalaa Gullisoo Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaaf darbeera .
Gullisoon Piriimeer Liigii Oromiyaan taphoota 19 taphateen 9 injifatee 5 injifatamuun 5 ammoo qabxii…
Poolisiin Itiyoophiyaa dorgommii darbannaa eeboo injifate
Finfinnee, Ebla 22, 2017 (FMC)- Poolisiin Itiyoophiyaa dorgommii Ispoortii Dhaabbata Gamtaa Ajajoota Poolisii Baha Afrikaa 5ffaan dorgommii darbannaa eeboo dubartootaan 1ffaafi 2ffaa bahuun injifateera.
Dorgommichaan Poolisiin Keeniyaa…
Antooniyoo Ruudigar taphoota 6 irraa dhorkame
Finfinnee, Ebla 22, 2017 (FMC)- Taphataan sarara ittisaa Riyaal Maadriid Antooniyoo Ruudigar taphoota 6 irraa akka dhorkamu ifoomeera.
Antooniyoo Ruudigar tapha waancaa koppaa Deel Reey Ispeen Barseloonaan Riyaal Maadriid injifate…
Kilaboota Seenaa keessatti maqaasaanii barreessuu barbaadan lamaan
Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) – Arsenaalii fi PSG’n waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa injifachuun seenaa hojjechuu barbaadu.
Kilaboonni lamaanuu seenaa isaanii keessatti waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa injifatanii hin…
Tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Arsenaal PSG waliin…
Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) –Tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni marsaa jalqabaa har'a Arsenaal PSG waliin taphatu ni eegama.
Taphni walakkaa xumuraa marsaan jalqabaa kun har'a halkan sa'aatii 4:00 eegalee…
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Kilabiin Kubbaa Miillaa Dubartootaa Shaggar Qiddus Giyoorgiis injifate
Finfinnee, Ebla 20, 2017 (FMC) – Taphoota Liigii Olaanaa Dubartootaa Itiyoophiyaa torbee 22ffaan Kilabiin Kubbaa Miillaa Dubartootaa magaalaa Shaggar galchii 2 fi 0n Qidduus Giyoorgiis injifateera.
Kana horofee hirmaannaa Piriimeer…