Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Midira Gannat Shiree 1 – 1 Hadiyyaa Hoosaa’iinaa

Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 34ffaa har'a taphatameen Midira Gannat Shireen Hadiyyaa Hoosaa’inaa waliin qabxii qoodate. Taphni har’a waaree booda sa’aatii 9:00 eegalee Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaatti taphatame kun galchii 1 qixa xumurameera.…
Read More...