Ispoortii
Itiyoophiyaan dorgommii Biskileettiin Afrikaarraa sadarkaa 1ffaan xumurte
Finfinnee, Mudde 5, 2018 (FMC) - Dorgommii Olompikii dargaggoota Afrikaa 4ffaan Itiyoophiyaan dorgommii Biskileettiin waliigalaan Afrikaarraa sadarkaa 1ffaan xumurte.
Dorgommii Olompikii Dargaggoota Afrikaa 4ffaa Angoolaa Magaalaa Luwaandaatti gaggeeffameen meedaaliyaa warqee 2, Meetii 2 fi Nahaasii 1 argachuun dorgommii Biskileettiin…
Read More...
Dorgommiin Kiiloomeetira 10 Maqaleetti gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 5, 2018 (FMC)- Dorgommiin jalqabaa daandiirraa Kiiloomeetira 10 Naannoo Tigraay Magaalaa Maqaleetti gaggeeffameera.
Dorgommichaan Naannoon Tigraayi Dhiirootan, Dubartootaan immoo Baankiin Daldala Itiyoophiyaa…
Taphni Har’a Maanchiister Siitiin Kiristaal Paalas waliin taphatan ni eegama
Finfinnee, Mudde 5, 2018 (FMC)- Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 16ffaan taphni har’a Maanchiister Siitiin Kiristaal Paalaas waliin taphataman ni eegama.
Har’a waaree booda sa’aatii 11:00 jalqabee Kiristaal Paalaas -…
Itiyoophiyaan Olompikii Dargaggoota Afrikaan meedaaliyaa warqee 3ffaa argatte
Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) –Dorgommi8 Olompikii dargaggoota Afrikaa 4ffaan Angoolaa Luwaandaatti gaggeeffamaa jiruun Itiyoophiyaa Meedaaliyaa warqee 3ffaa argatte.
Maahidar Dastaan dorgommii Biskileetiin Itiyoophiyaaf meedaaliyaa…
Itiyoophiyaan Olompikii Dargaggoota Afrikaan meedaaliyaa warqee argatte
Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) – Dorgommii Atileetiksii har’a eegalameen Itiyoophiyaan fiigicha meetira kuma 3 dubartootaan Meedaaliyaa warqee injifatte.
Keeniyaa fi Ugaandaan sadarkaa 2 fi 3ffaan xumuraniiru.
Dorgommii fiigicha…
Dorgommiin Shaampiyoonaa Ispoortii Aadaa aanaalee godina Jimmaa 31ffaa fi Feestivaalli Aadaa 18ffaan…
Finfinnee, Mudde 2,2018(FMC) - Dorgommiin Shaampiyoonaa Ispoortii Aadaa aanaalee godina Jimmaa 31ffaa fi Feestivaalli Aadaa 18ffaan magaalaa Jimmaatti gaggefamuu egaleera.
Dorgammicha haasan kan banan Bulchaan Godina Jimmaa obbo…
Kilabni Kubbaa Miilaa Shaggar guddattoota mallatteessifate
Finfinnee, Mudde 2, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa keessatti hirmaachaa kan jiru Kilabni Kubbaa Miilaa Shaggar taphattoota Garee Biyyaalessaa Umrii 17 gadii sadii mallatteessifate.
Kilabni Magaalaa Shaggar…