Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Maanchister Yuunaayitiid Eevertan waliin…

Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC)- Tapha Pirimeer Liigii Ingiliz torbee 27ffaan Eevertan Dirree isaa irratti Maanchister yuunaayitiid ni keessummeessa. Injifannoo afur walitti aanse erga galmeessee booda qabxi qixaa kan galmeesse Maanchister Yuunaayitiid gara injifannootti deebi’uuf dirree seena. Gareen lameen taphoota shan waliin…
Read More...