Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Maaliin tapha nuusa xumuraaf dabarte

Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) - Tapha moo'atanii darbuu Waancaa Afrikaan Maaliin Burkiinaa Faasoo injifachuun tapha nuusa xumuraaf dabarte. Maaliin galchii 2 fi 1n Burkiinaa Faasoo injifachuun tapha nuusa xumuraaf darbuu mirkaneeffatte. Kana hordofee Maaliin biyya 7ffaa tapha nuusa xumuraaf dabarte taateerti. #Oromiyaa #Itiyoophiyaa…
Read More...